Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ekoon sochii ‘No More’tti makame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC)- Weellisaan dhiigaan Afrikaa dhalootaan Ameerikaa Ekoon sosochii ‘No More’tti makameera.
Kutaawwan Addunyaa garagaraarratti arsiitoonnii fi ogeeyyiin…
Magaalaan Finfinnee akkuma kanaan duraa nageenyi ishee eegamaadha- Laawureens Firiimaan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) –Magaala Finfinneetti waraanaa qorqalbii dhaabbilee biyyoota Lixaa tokko tokkoo fi Ameerikaan irratti banameen alatti, magaalaa tasgabooftuu fi sochii…
Jiraattoonni magaalaa Buraayyuu raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Buraayyuu raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomuun, tumsa hidha haaromsaa guddichaaf ammoo boondii bitaniiru.
Hiriira har'a…
Sababa walitti bu’iinsaan barattoonni miiliyoonni 1.2 ol barnoota isaanii ala ta’an –…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) - Sababa weerara humnoota badiin barattoonni miiliyoonni 1.2 ol barnootaa isaanii ala ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Ragaa baatii…
Jiraattoonni magaalaa Buraayyuu birmadummaa biyya keenyaa kabachiisuuf tokkummaan ni dhaabbannaa…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti hiriirri deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa fi balaaleffannaa garee shorokeessaa ABUT fi Shanee gaggeeffamaa jira.…
Naannoo Afaaritti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa gochaa shororkeessummaaf ooluuf turan…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC) - Naannoo Afaar magaalaa Gaalaafiitti sakattoo gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa seeraan alaa gochaa shororkeessummaaf ooluuf turan to'atamuu Poolisiin…
Mootummaan Ityoophiyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf tattaaffi taasisaa jiruuf deeggarsa ni…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa kutaa kaabaa biyyattitti duula olaantummaa seeraa kabachiisuu taasisaa jiruuf deeggarsa ni taasifna jechuun Preezdaantiin Somaalee…
Kutaan magaalaa Laaftoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa nyaata akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Bulchiinsi kutaa magaalaa Laaftoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa nyaata akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 10.5tti tilmaamamu taasiseera.
Hoji…
Abbaan Taayitichaa deeggarsa qorichoota walla’aansa Birrii kuma 800tti tilmaamamu raayyaa ittisa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa qorichoota walla’aansa Birrii kuma 800tti tilmaamamu taasiseera.…
Ayeerlaand Magaalaa Dubliinitti hiriirri mormii gidduseentummaa biyyoola Lixaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Ayeerlaand Magaalaa Dubliinitti hiriirri mormii gidduseentummaa biyyoota lixaa gaggeeffameera.
Hiriiricharrratti dhalattoonnii fi lammiileen…