Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebee haala waqtaawaa biyyarratti qonnaan bultoota magaalichaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee haala waqtaawaa biyyarratti qonnaan bultoota magaalichaa waliin mari’ataniiru.
Marichaan aadde…
Jiraattoonni kutaa magaalaa Gullallee RIB’f deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 31 oliitti…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 31 oliitti tilmaamamu…
Magaalaan Hawaasaa deeggarsa Birrii miiliyoona 70.8 olitti tilmaamamu walitti qabe
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Magaalaan Hawaasaa deeggarsa Birrii miiliyoona 70.8 olitti tilmaamamu raayyaa ittisa biyyaaf walitti qabeera.
Deeggarsichaan sangoota, uffataalee fi…
Xaaliyaanitti hiriirri mormii gidduseentummaa biyyoota lixaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Xaaliyaanitti hiriirri mormii gidduseentummaa biyyoota lixaa gaggeeffameera.
Hiriiricharrratti Ityoophiyaanoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa hedduun…
Konfiransiin Abbootii Gadaa Siikkoo Maandoo nageenyaarratti xiyyeeffate magaalaa Asallaatti…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC) - Konfiransiin Abbootii Gadaa Siikkoo Maandoo nageenyaarratti xiyyeeffate magaalaa Asallaatti taa'amuu ibsameera.
Sirna kana arraatti abbootiin Gadaa…
Irreechi Malkaa Soor haala hoo’aa ta’een kabajame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC) - Godina Iluu Abbaa Boor Magaalaa Mattuutti Irreechi Malkaa Soor haala hoo'aa ta'een kabajamuu ibsame.
Irreechii Malkaa Soor waggaa waggaan walakkeessa…
Dooktar Illeenii Gabramadihin gorsituu diinagdee walabarraa kaafaman
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC) - Dooktar Illeenii Gabramadihin guyyaa har'aa eegalee gorsituu diinagdee walabarraa kaafamuu isaanii ibsameera.
Muddee 5, 2013 Muummee Ministiraa FDRI…
Gareen shororkeessa ABUT Afaar magaaloota Kaasaagitaa fi Mudiinaa gadi dhiisee osoo hin dheessiin…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessa ABUT Afaar magaaloota Kaasaagitaa fi Mudiinaa gadi dhiisee osoo hin dheessiin dura daa'immanii hedduu fi qabeenya barbadeessuu…
Damee dippiloomaasiin haala kanaan duraarra tattaaffii guddaan ni hojjetama- Ambaasaaddar Reediwaan…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Damee dippiloomaasiin hojiileen haala yeroo ilaalcha keessa galchan xiyeeffannoo itti kennamee kan hojjetaman ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma…
Jilli Preezdaant Musxafee Mahaammadiin durfamu Hargeessaa gale
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaant naannoo Somaalee Musxafee Mahaammadiin durfamu Soomaaliilaand Hargeessaa galeera.
Jilichi dhimmoota nageenyaa, hariiroo daldalaa fi…