Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiin misooma qonnaa godina Jimmaa jajjabbeessa ta’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Hojiin misooma qonnaa godina Jimmaa jajjabbeessa ta’uu sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessan kilaastara misooma baadiyaa obbo Abdurahmaan…
Naannoon Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota kuma 1 ol deeggarsa taasise
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Naannoon Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota kuma 1 fi dhibba 100 deeggarsa taasisuu ibsame.
Sangoota godiinaalee naannichaa hundarraa walitti…
Magaalaa Jimmaatti namoota kuma 1 fi dhibba 9 oliif carraan hojii uumamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti namoota kuma 1 fi dhibba 9 fi 54 oliif carraan hojii uumamuu ibsameera.
Jiraattota magaalichaa waldaalee dhibba 3 fi 35 jalatti…
Magaalaa Buraayyuutti rasaasni seeraan alaa kuma 4 ol to’atame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti rasaasni seeraan alaa kuma 4 fi dhibba 3 fi 41 to’atamuu ibsameera.
Rasaasni kun humna shororkeessaa Shaneef osoo…
Jiraattoonni Aanaa Jiddaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa taasiisan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) - Jiraattoonni Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Jiddaa
Raayyaa Ittisaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa taasiisaniiru.
Qonnaan Bultoonni, Hojjettoonni…
Duula birmadummaa cinaatti hojiileen idilee cimanii itti fufuu qabu jedhame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Duula birmadummaa cinaatti hojiileen idilee cimanii itti fufuu akka qaban ibsame.
Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti koreen dhaabbii dhimma Misooma…
Harka micciirtootaaf harka kennachuufi mirga ofii sarbamanii jiraachuun aadaa Ityoophiyaanotaa miti…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) - Harka micciirtootaaf harka kennachuufi mirga ofii sarbamanii jiraachuun aadaa Ityoophiyaanotaa miti jedhan qabsaa’aa buleessi ABO Obbo Galaasaa Dilboon.…
Baankiin Awaash bu’aa guddaa galmeesisuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Baankiin Awaash bara baajataa 2020/21tti bu’aa guddaa galmeesisuu ibse.
Baankichi bara baajataa 2020/21tti dameewwan hojii hundaan bu’aa quubsaa…
Magaalaan Finfinnee Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisaa Adda waraanaa Daabaarqitti argamuuf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 31 olitti tilmaamamu taasiise.…
Kutaa magaalaa Araadaatti dhaabbata tokko keessatti meeshaaleen waraanaa garaagaraa to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaa aanaa 2 naannoo dhaaba Ashaboo jedhamutti meeshaaleen waraanaa garaagaraa to’atamuu himameera.…