Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kutaa magaalaa Gullalleetti duultoota gara adda waraanaatti duulaniif gaggeessan taasiifame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Gullalleetti duultoota gara adda waraanaatti duulaniif gaggeessan taasiifamuu ibsameera.
Kutaan magaalichaa…
Naannoo Amaaraatti barattoonni miiliyoonni 1.2 ol sababa weerara garee shororkeessaa ABUT barnoota…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti barattoonni miiliyoonni 1.2 ol sababa weerara garee shororkeessaa ABUT barnoota ala ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Kutaa magaalaa Qiirqositti meeshaaleen waraanaa ujummoo keessatti gataman argaman
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qiirqos aanaa 2 iddoo addaa Xamanjaa Yaazyi jedhamutti meeshaaleen waraanaa garaagaraa ujummoo keessatti…
Ogeeyyii aartii fi Atleetoonni gara adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasiifamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ogeeyyii aartii fi Atleetoonni Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hordofuun gara adda waraanaatti duulaniif…
Yeroo Baatii 1 hin guunnetti lammiilee miidhamaniif Doolaarri miiliyoonni 2 ol walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) - Diyaaspooraan sagantaa ' Ayizoon Ityoophiyaa' jedhuun yeroo Baatii 1 hin guunne keessaatti lammiilee miidhamaniif Doolaara miiliyoona 2 ol walitti qabuu…
Shawaa Kabaatti miseensonni Shanee to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kabaatti duula sakattoo taasiifameen miseensonni Shanee hidhannoo waliin to'atamuu Qajeelchi Labsii Ariifachiisaa…
Kaanaadaan Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 13 taasiifte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) - Kaanaadaan lubbuu baraaruuf kan oolu Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 13 taasiifte.
Biyyattiin Ityoophiyaatti dhiyeessii nyaata madaallawaa…
Raayyaan Ittisaa gaarreen naannawaa Burqaa fi Baatii to’ate
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) - Raayyaan Ittisaa gaarreen naannawaa Burqaa fi Baatii to'achuun gara Baatiitti imalaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa beeksise.
Muummeen…
Kabajaa fi birmadummaa biyya keenyaaf wanta nurraa eegamu hunda raawwachuuf qophiidha-…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Kabajaa fi birmadummaa biyya keenyaaf wanta nurraa eegamu hunda raawwachuuf qophiidha jedhan Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa fi…
Magaalaa Goobbaatti namoonni meeshaalee waraanaa dhoksuun argaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Godina Baalee Magaalaa Goobbaatti namoonni dhuunfaa meeshaalee waraanaa dhoksuunii fi daddabarsuun argaman to’annaa jala ooluu ibsameera.
Poolisiin…