Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Goobbaatti namoonni meeshaalee waraanaa dhoksuun argaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Godina Baalee Magaalaa Goobbaatti namoonni dhuunfaa meeshaalee waraanaa dhoksuunii fi daddabarsuun argaman to’annaa jala ooluu ibsameera.
Poolisiin…
Hojii nageenyaa waqtaawaarra darbee Magaalaa Finfinnee waaraan magaalaa nagaa taasisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Hojii nageenyaa waqtaawaarra darbee Magaalaa Finfinnee karaa waaraan magaalaa nagaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii magaalaa…
Maqaa sabummaatin daldalaa Ityoophiyaa jeequun tasa hin danda’amuu-Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Maqaa sabummaatin daldalaa Ityoophiyaa jeequun tasa hin danda’amuu jechuun kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee himaniiru.
Shira…
Biyya lafee fi dhiiga wareegamtootaan as geese diigamuurra hambisuuf hundu ga’eesaa bahuu qaba…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Biyya lafee fi dhiiga wareegamtootaan as geesse diigumsa irraa hambisuun tokkummaa fi nageenya ishee eegnee dhaloota dhufu dhaalchisuu qabna jedhan…
Hoggantoota Izeemaa adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasifame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneerraa hoggantoota Izeemaa adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasifameera.
Dura ta’aan Izeemaa obbo Yashiwaas Asaffaa hoggansichi…
Qonnaan bultoonni Kutaa Magaalichaa waan danda’an hundaan Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruuf qophii…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Qonnaan bultoonni magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Boolee waan danda’an hundaan Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Qonnaan…
Mootummaan Kuweet lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirra buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 7…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Mootummaan Kuweet lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirra buqqa’aniif deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 7tti tilmaamamu taasiseera.
Mootummaan…
Dooktar Illeenii Gabramadiin sosochii danbiiwwan naamusa hojjettoota Siviil Sarvisii dhiitu…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Dooktar Illeenii Gabramadiin sosochii danbiiwwan naamusa hojjettoota Siviil Sarvisii Idil addunyaa dhiitu keessatti qooda fudhataniiru.
Dhaabbata…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Kaasaagitaan to’anneerra jedhan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Kaasaagitaan to’anneerra jedhaniiru.
Kanaanis bakka diinni qabatee gadi lakkiisiisaa jiraachuu ibsuun, Hamileen hoomaa…
Yuunvarsiitichi hayyoota garee shororkeessaa waliin ta’uun biyya diiguuf socho’an akeekkachiise
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota yeroo garaagaraatti yuunvasiiticharraa eebbafamanii biyyoota garaagaraa taa’uun garee shororkeessaa waliin biyya diiguuf…