Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Artiist Taammany Bayyanaa dabalatee namoonni bebbeekamoo fi hoggantoonni olaanoon raayyaa ittisaa…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Artiist Taammany Bayyanaa dabalatee namoonni bebbeekamoo fi hoggantoonni olaanoon raayyaa ittisa biyyaa duraanii adda waraanaatti duulaniiru.
Hayyuun…
Magaalichatti hawaasni barnootaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfineetti kutaaleen hawaasa barnootaa garaagaraa lammiilee naannoo Affaar qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Sochiin uummataa hamilee kan namatti horuu fi boquu diinaa kan cabsudha- Hogganaa Biiroo…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Sochiin uummanni garee shororkeessitootaa ABUT fi Shanee qolachuuf duula birmadummaaf taasisu hamilee kan namatti horuu fi boquu diinaa kan cabsudha jedhan…
Ministeerri Fayyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Ministeerri Fayyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 ol taasiseera.
Deeggarsichaan maallaqni callaan miiliyoona 30 kan taasifamee…
Aanaa Heeban Arsiitti dargaggoonni miseensoota Shanee waliin hidhata qaban gochaa raawwataa turaniif…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)-Godina Arsii Lixaa Aanaa Heeban Arsiitti dargaggoonni miseensoota Shanee waliin hidhata qaban gochaa raawwataa turaniif uummata dhiifama gaafataniiru.…
Magaalichatti haatii tokko mana jireenyaa isaanii gurguruun raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti haatii tokko mana jireenyaa isaanii gurguruun raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 2 arjoomaniiru.
Aadde Boggaaleech…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gara addaatti duuluun uummata injifannoof kakaaseera- hoggantoota…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluun uummata Affaar injifannoo caalmaaf kakaasuu hoggantoonni naannoo Affaar ibsaniiru.…
Hoggantoonni godina Harargee Bahaa gara adda waraanaatti duuluuf murteessan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Hoggantoonni godina Harargee Bahaa gara adda waraanaatti duuluuf murteessaniiru.
Muummiichi Ministiraa Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluusaanii…
Qonnaan bultoonni kutaa magaalaa Lammii Kuraa haala waqtaawaa biyyarratti marii gaggeessaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Qonnaan bultoonni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraa haala waqtaawaa biyyarratti marii gaggeessaa jiru.
Qonnaan bultoonni kunneen rakkoo…
Dhaabbanni Woorld Viizhiin Ityoophiyaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Woorld Viizhiin Ityoophiyaa jedhamu lammiilee naannoo Amaaraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii magaalaa Dabaarqii fi Daabaatitti…