Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waamichi MM Abiy Ahimad dhiyeessan sosochiin Paan Afrikaanizimii irra deebiin akka daraaruuf…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Waamichi Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Uummattoota gurraachaaf dhiyeessan sosochiin Paan Afrikaanizimii irra deebiin akka daraaruuf gargaara jedhan…
Hoggantoonni hojii mootummaa bulchiinsa magaalaa Roobee raayyaa ittisa biyyaatti makamuuf murteessan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Hoggantoonni hojii mootummaa bulchiinsa magaalaa Roobee duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf waamicha Muummee Ministiraa Abiy Ahimad fudhachuun raayyaa…
Qajeelchi labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee eegalaman cimsuuf dhimmoota gufaa ta’an maksuuf…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) - Qajeelchi labsii yeroo ariifachiisaa labsicha raawwachiisuuf dhimmoota gufuu ta'an furuuf ibsa galgala kana baaseen ajeja dabarseera.
Qajeelchi labsii…
Aanaa Agaarfaa fi aanaa Goorootti dargaggoonni hojii dhabeeyyiin waldaan gurmaa’uun Qamadii…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) - Godinaa Baalee Aanaa Agaarfaa fi aanaa Goorootti dargaggoonni hojii dhabeeyyiin waldaan gurmaa'uun lafa hektaara 45 irratti Qamadii misoomsaa jiraachuu…
Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee furachuuf ga’umsa qabdi – Ityoophiyaatti Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee furachuuf ga'umsa qabaachuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Baangilaadeesh Maazruul Islaam ibsaniiru.
Ministir Deetaan…
Koomishiniin Invastimanti Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Koomishiniin Invastimanti Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasiseera.
Koomishinarri koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Aadde Lalisee…
Koomishiniin Invastimanti Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Koomishiniin Invastimanti Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasiseera.
Koomishinarri koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Aadde Lalisee…
Bulchiinsi Ityoophiyaa fi Azaarbaajaan tumsaa, birmadummaa fi tokkummaa kabajuurratti kan…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Ityoophiyaa fi Azaarbaajaan tumsaa, birmadummaa fi tokkummaa kabajuurratti kan bu’uureeffatee ta’uu Ityoophiyaatti eeggataan Ambaasaaddara…
Magaalaa Dabra Birihaanitti miseensonni Poolisii lama to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Dabra Birihaanitti miseensonni Poolisi namoota sodaa nageenyaan shakkamanii to’annoo jala jiran mana amala sirreessaa akka ba’an taasiisan…
Emireetonni Araba Gamtoomanii deeggarsi Ityoophiyaaf taasistu cimee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Emireetonni Araba Gamtoomanii deeggarsa namoomaa lammiilee Ityoophiyaaf taasistu cimee kan itti fuftu ta’uu ibsameera.
Biyyattiin deeggarsa namoomaa…