Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Sidaamaatti shakkamtoonni 137 to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti shakkamtoonni 137 to’atamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa naannichaa beeksiise.
Labsii yeroo ariifachiisaa hordofee…
Duulli amma gaggeeffamaa jiru awwaalchaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shaneeti-Obbo Abdurakiim
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Duulli amma gaggeeffamaa jiru awwaalchaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shaneeti jechuun sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaasteera…
Magaalaa Shashamanneetti sakattoo tasa taasiifameen meeshaaleen waraanaa hedduun to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Shashamanneetti sakattoo tasa taasiifameen meeshaaleen waraanaa hedduu fi meeshaaleen biroo gochaa shororkeessummaaf ooluuf turan…
Shakkamtoonni ABUT fi Shanee biyya diiguuf sochii taasisaa turan to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Hojiin shakkamtoota garee shorokeessitoota ABUT fi Shanee waliin hidhata uumuun biyya jeequuf socho’an to’annaa jala oolchuu cimee itti fufuu ibsameera.…
Karaa ergaa gabaabaa 6800 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 5 ol walitti qabamuu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Karaa ergaa gabaabaa 6800 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 5 ol walitti qabamuu Ityoo- teelekoom beeksise.
Tajaajillichi guyyaa itti…
Mirga dubartoota dhaadannoorra darbe gochaatti hiikuuf hojjechuu qabna –Preezdaant Saahilawarq…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Mirga dubartootaa dhaadannoorra darbe gochaatti hiikuuf hojjechuuf qabna jechuun Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee ibsaniiru.
Preezdaantittin kabaja…
Birmadummaa biyya keenyaa itti fufsiisuuf hundi ga’eessaa haa ba’atu- Tajaajila Kominikeeshinii…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Balaa birmadummaa Ityoophiyaarratti aggaamame bu’uurarraa buqqisuuf hundi dandeettii qabuun ga’ee mataasaa ba’achuu akka qabu Ministir Deetaan Tajaajila…
Sagantaan gaggeessaa duultootaa Kutaa Magaalaa Araadaa Hurufa Boombiitti taasiifame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Sagantaan gaggeessaa duultootaa Kutaa Magaalaa Araadaa Hurufa Boombiitti taasiifameera.
Saganticharratti jiraattoonni kutaa magaalichaa,…
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee nageenyaa magaalichaa mirkaneessuuf tattaaffiin taasisaan kan…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa magaalaa Finfinnee Dooktar Qana’aa Yaadataa jiraattoonni magaalaa Finfinnee nageenyaa magaalichaa mirkaneessuuf…
Ityoophiyaanoonni bulchiinsa Kaalifoorniyaa jiraataan deeggarsa Birrii miiliyoona 10 ol taasisan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaatti bulchiinsa Kaalifoorniyaa jiraatan lammiilee sababa waraanaatin qe’ee fi qabeenyaasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa…