Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Garee shororkeessitootaa awwaallee diimokiraasii cima ni ijaarra- obbo Kadir Jawaar
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaa ABUT fi jaleewwan isaa bu’uurarraa balleessinee Ityoophiyaatti ijaarsa sirna diimokiraasii cima itti fufsiisna jedhan kantiibaan…
Mootummaan Imbaasii Ameerikaa akeekkachiise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiya Imbaasii Ameerikaa akeekkachiisuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootumaa ibse.
Imbaasiin Ameerikaa fi dhaabbileen olola sobaa…
Magaalaa Jimmaatti meeshaaleen waraanaa fi Birriin sobaa kumni 14 ol to’annaa jala oolu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti meeshaaleen waraanaa fi Birriin sobaa kumni 14 ol to’annaa jala ooluu qajeelchi polisii magaalichaa beeksise.
Daayrektarri qajeelcha…
Dhiibbaa biyyoota alaatiin taasifamu caalaa dhiibbaa lammileen ishee taasisaniin Ityoophiyaa…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Dhiibbaa biyyoota alaatiin taasifamu caalaa dhiibbaa lammileen taasisaniin Ityoophiyaa michuuwwan horattee jechuun Ministir deetaan Tajaajila…
Qormaanni yeroo ammaa Ityoophiyaa mudate seena ishee keessatti isa addaati – Aadde Adaanech…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Qormaanni yeroo ammaa Ityoophiyaa mudate seena ishee keessatti isa addaa ta’uu kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee ibsan.
Yaa’iin…
Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa sosochii Ni Ga’aatti makaman
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Weebiin sosochii Ni Ga’aatti makamaniiru.
Waang Weebiin sosochichatti makamuu isaanii Fuula…
‘Kaayyoon of-eggannoo Ameerikaa Ityoophiyaa diinagdeedhan dadhabsiisudha’ – obbo Taayyee…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan ‘Kaayyoon of-eggannoo Ameerikaa Ityoophiyaa diinagdeedhan dadhabsiisudha’ ta’uu ibsan.…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni naannoo Oromiyaa sochii ‘No More’ jedhutti makaman
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni mootummaa naannoo Oromiyaa sochii ‘No More’ jedhutti makamaniiru.
Mata duree 'Anis Muummicha Ministeera waliin biyya koof…
Garee shororkeessaa ABUT biyya diiguuf kaayyeffatee socho’aa jiru qolachuuf hojjetamuu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaa ABUT biyya diiguuf kaayyeffatee socho’aa jiru qolachuuf hojjetamuu qaba jechuun Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Poolisiin Federaalaa haala nageenya biyyaalessaa yeroo ilaalchisee lakkoofsa bilbilaa odeeffannoo fi…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Poolisiin Federaalaa haala nageenya biyyaalessaa yeroo ilaalchisee lakkoofsa bilbilaa odeeffannoo fi eeruu poolisiif itti laatamu ifoomseera.
Qaamni…