Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itti gaafatamaan waajjira Poolisii magaalaa Dabra Birihaan Komaandar Taayyee Habtagiyoorgiis…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Namoota sodaa nageenyaa jedhamuun shakkamanii to’annoo jala jiran hiikuu isaaniin Itti gaafatamaan waajjira Poolisii magaalaa Dabra Birihaan Komaandar…
Ityoophiyaan dhiibbaa alaa injifattee ba’uun Afrikaafis Injifannoodha- Dooktar Mihirat Dabbabaa
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan dhiibbaa alaa yeroo ammaa irra ga’aa jiru injifattee ba’uun Afrikaafis Injifannoo ta’uu Preezdaantiin Akkaadaamii Hoggansa Afrikaa Dooktar…
Jiraattoonni Magaalaa Matahaaraa fi aanaa Fantaallee garee shoroorkeessaa ABUT fi Shanee…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Shawaa Bahaa Magaalaa Matahaaraa fi aanaa Fantaallee garee shoroorkeessaa ABUT fi Shanee akkasumas giddu seentummaa biyyoota fi…
Magaalaa Finfinnee keessa rakkoon nageenyaa hin jiru – Imbaasii Raashiyaa
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee keessa rakkoon nageenyaa kan hin jirre ta'uu Ityoophiyaatti Imbaasiin Raashiyaa beeksiise.
Ityoophiyaatti Imbaasiin Raashiyaa erga…
Lammiileen Jiibuutii qaamoolee nageenyaa sababa ABUT miidhamaniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Lammiileen Jiibuutii Ityoophiyaatti qaamolee nageenyaa sababa weerara garee shororkeessaa ABUT miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa fi uffataalee…
Adda Waraanaa Baatiitti hoggantoonni waraanaa olaanoon humnoota diinaa 6 barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Adda Waraanaa Baatiitti hoggantoonni waraanaa olaanoon humnoota diinaa 6 barbadaa'uu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Adda waraanaa…
Jiraattoonni Godina Arsii Sangoota 400 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Jiraattoonni Godina Arsii Sangoota 400 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Ummanni godinichaa wayita Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad biyyaa…
Preezdaant Ashaadiilii Hasanii fi miseensonni koree hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa gara…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz obbo Ashaadiilii Hasanii fi miseensonni koree hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa Beenishaangul Gumuz…
Ityoophiyaan dippiloomaatota Ayerlaand 4 ariite
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dippiloomaatota Ayarlaand ariite 4 arii’uu ibsame.
Diippiloomaatonni kunneen Ityoopjiyaatti Imbaasii Ayerlaand Finfinnee keessa kan…
Hundeeffamuun naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa kutannoo sirna federaalizimii sabdaneessaa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Hundeeffamuun naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa kutannoo sirna federaalizimii sabdaneessaa jabeessuuf taasifame kan mirkaneessu ta’uu Tajaajilli…