Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Fiqaaduu Tasammaan naannoo uummattoota kibba Lixa Ityoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan hundeeffama naannoo 11ffaa uummattoota kibba Lixa Ityoophiyaa ilaalchisee ergaa…
Ityoophiyaa fi Israa’eel deeggarsa hojiilee Invastimentiirratti waloon hojjechuuf haala…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Israa’eel deeggarsa hojiilee Invastimentiirratti waloon hojjechuuf haala dandeessisurratti mari’ataniiru.
Koomishinarri Koomishinii…
Biyya Abbootiin keenya bilisummaan tursiisan weerartootarraa eeguu qabna- Meejer Jeneraal Xiruyyee…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC)–Biyya abbootiin keenya birmadummaa fi bilisummaa ishee kabachiisanii nutti dabarsan saamtotaa fi weerartoota irraa eeguuf dirqama qabna jedhan…
Barattoonnii fi hawaasni barnootaa magaalaa Finfinneetti argaman lammiilee buqqa’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Barattoonnii fi hawaasni barnootaa manneen barnootaa dhuunfaa fi mootummaa magaalaa Finfinneetti argaman lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Ministeerri Qonnaa fi waamamtoonnii isaa sangoota 20 fi Birrii miiliyoona 5 Raayyaa Ittisaaf…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Ministeerri Qonnaa fi waamamtoonnii isaa sangoota 20 fi meeshaalee Birrii miiliyoona 5 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.…
Raayyaan Ittisa Biyyaa naannawaa hidha haaromsa guddichaatti dirqamasaa haalaan ba’achaa jiraachuu…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa naannawaa hidha haaromsa guddichaatti nageenya amansiisaa buusuun dirqamasaa haalaan ba’achaa jiraachuu ibsameera.
Naannichatti…
Ityoophiyaan ‘badde bittinnoofte’ yeroo jedhan tokkummaa dhagaarra jabaatu ijaarrattee jiraatti-…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan ‘badde diigamte’ yeroo jedhan tokkummaa dhagaarra jabaatu ijaarrattee jiraatti jedhan Ministirri Ministeera Hojii fi Kalaqaa Aadde…
Yuunvarsiitiin Walqixxee Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa Birrii miiliyoona 25 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Walqixxee Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa Birrii miiliyoona 25 fi kuma dhibba 9 fi kuma 55 fi 955 ol taasisuu ibsame.
Yuunvarsiitichi…
Obbo Ahimad Shideen Ambaasaaddar Roolaandi Koobiittaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa Roolaandi Koobiittaa waliin mari’ataniiru.
Haala…
Ministeerichi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 73 ol…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa, Daa’immanii fi Hawaasummaa lammiilee naannoo Amaaraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona…