Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sosochiin gootootaa kan ummata gurraacha hundaa ta’uu qaba – Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Sosochiin gootootaa kan waraana Ityoophiyaarratti banamee qofa osoon hin taane kan ummata gurraachaa hundaa ta’uu qaba jedhan Waajjira Muummee…
Boqonnaa barbaachisaa dabni ABUT fi ergamtoota isaa itti fashalaa’urra geenyeerra-obbo Iristuu…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Boqonnaa barbaachisaa dabni ABUT fi ergamtoota isaa itti fashalaa’urra geenyeerra jedhan Preezdaantiin Naannoo Uummattoota Kibbaa obbo Iristuu Yirdaawu.…
Humni Diinaa Ibiddaan marfamee haleellamaa jira – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Humni Diinaa Ibiddaan marfamee haleellamaa jiraachuu Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaan Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Dooktar Alamuu Simeen ibsaniiru.…
Qaamolee daba diinagdeen qaala’iinsa jireenyaa saffisiisaniif mootummaan obsa hin qabu jedhame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Qaamolee oomishaalee gara gabaatti dhiyaachuu qaban dhoksanii fi sharafa maallaqa alaa seeraan ala sharafuun qaala’iinsa jireenyaa saffisiisaniif …
Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Uummata Booranaa Hongeen biidhamaniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Uummata Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deegarsa garaagaraa taasiseera.
Biirichi…
Naannoon Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Naannoo 11ffaa ta’uun hundaa’uun jijjiirrama jalqabneef…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Naannoon Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Naannoo 11ffaa ta’uun hundaa’uun jijjiirrama eegalleef agarsiiftuu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Biyya baraaruun dhimma Muummee Ministiraa qofaa miti – Weellisaa Abbush Zallaqaa
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Biyya baraaruun dhimma Muummee Ministiraa qofaaf dhiisanii miti jedhe Weellisaa Abbush Zallaqaan.
Weellisaa Abbuush Zallaqaan Muummeen Ministiraa…
Hojjettoonni Biiroolee Oromiyaa Oomisha Qonnaan Bultoota adda Waraanaa jiranii walitti qaban
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Biiroolee Oromiyaa Oomisha Qonnaan Bultoota aanaa Sabbataa adda Waraanaa jiranii walitti qabaniiru.
Hojettoonni kunneen…
MM Abiy Ahimad guyyaa kaleessaa eegalee adda waraanaatti argamuun hoggansa kennaa jiru jedhame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa kaleessaa eegalee adda waraanaatti argamuun hoggansa kennaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa…
Afrikaanonni Ityoophiyaa cina dhaabbachuun irra deebiin dhalachuu Paan Afrikaaniizimiif karra kan…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Afrikaanonni “Waraanni Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu waraana Afrikaati” jechuun cina dhaabbachuun isaanii irra deebiin dhalachuu Paan Afrikaaniizimiif…