Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Faransaay lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 1…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Mootummaan Faransaay lammiilee Godina Booranaa sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 1 fi kuma 76 fi 687 taasisuu ibsame.
Deeggarsi…
Mootummaan Naannoo Hararii Birrii miiliyoona 40 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Mootummaan Naannoo Hararii Birrii miiliyoona 40 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuu ibsame.
Birrii miiliyoona 8 akaakuun, miiliyoona 32 ammoo maallaqa…
Hoggantoonnii fi dargaggoonni magaalaa Hawaasaa ni ga’a jechuun sagalee isaanii dhageessiisan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Hoggantoonni mootummaa olaanoo fi dargaggoonni magaalaa Hawaasaa ni ga’a jechuun sagalee isaanii dhageessiisaniiru.
Giddu seentummaan biyyoota lixa ni…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Asxaa gootummaa hoggantoota Ityoophiyaa duraanii haaromsaniiru-…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Asxaa gootummaa hoggantoota Ityoophiyaa duraanii haaromsaniiru jedhan hogganaan Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Birgaader…
Jarman Ityoophiyaaf tumsa misoomaa taasiiftu kan itti fuftu ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Jarman Ityoophiyaaf tumsa misoomaa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiifteerti.
Dubbii Himaan Ministeera Walta’iinsa Diinagdee fi Misoomaa…
Waamichii fi murtoon Muummee Ministiraa Abiy Ahimad seena qabeessaa fi yeroo isaa kan eegedha-…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Waamichi Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ityoophiyaanotaa fi uummata gurraacha hundaaf dabarsan murtoo seenaa qabeessaa fi yeroo isaa eegedha jedhan…
Qabsoon kun qabsoo ummata gurraachaa hundaati – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Qabsoon gaggeeffamaa jiru qabsoo ummata gurraachaa hundaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Qabsoo ummanni gurraachi seenaa, aadaa,…
Nuti wareegamnee ummata Ityoophiyaa mataa yoo ol hin qabne hamileen dhaloota dhufuu cabee hafa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Nuti wareegamnee ummata Ityoophiyaa mataa yoo ol hin qabne, hamileen dhaloota dhufuu cabee hafa jedhan Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu…
Ityoophiyaa haaraa keessatti gaaffiin mirga ofiin of bulchuu afaan qawween osoo hintaane deebii…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Ityoophiyaa haaraa keessatti gaaffiin mirga ofiin of bulchuu afaan qawween osoo hintaane deebii seera qabeessa barbaachisa jedhaan Kaantibaan magaalaa…
Ityoophiyaan qabsoo ummattoota gurraachaa gaggeessaa jirti jedhame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan qabsoo ummattoota gurraachaa gaggeessaa jiraachuu leellisaan Paan Afrikaa fi ogeessi seenaa Zimbaabuwee Maapooongaa Jaashuu'aan ibsan.…