Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jarman Ityoophiyaaf tumsa misoomaa taasiiftu kan itti fuftu ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Jarman Ityoophiyaaf tumsa misoomaa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiifteerti.
Dubbii Himaan Ministeera Walta’iinsa Diinagdee fi Misoomaa…
Waamichii fi murtoon Muummee Ministiraa Abiy Ahimad seena qabeessaa fi yeroo isaa kan eegedha-…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Waamichi Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ityoophiyaanotaa fi uummata gurraacha hundaaf dabarsan murtoo seenaa qabeessaa fi yeroo isaa eegedha jedhan…
Qabsoon kun qabsoo ummata gurraachaa hundaati – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Qabsoon gaggeeffamaa jiru qabsoo ummata gurraachaa hundaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Qabsoo ummanni gurraachi seenaa, aadaa,…
Nuti wareegamnee ummata Ityoophiyaa mataa yoo ol hin qabne hamileen dhaloota dhufuu cabee hafa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) - Nuti wareegamnee ummata Ityoophiyaa mataa yoo ol hin qabne, hamileen dhaloota dhufuu cabee hafa jedhan Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu…
Ityoophiyaa haaraa keessatti gaaffiin mirga ofiin of bulchuu afaan qawween osoo hintaane deebii…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Ityoophiyaa haaraa keessatti gaaffiin mirga ofiin of bulchuu afaan qawween osoo hintaane deebii seera qabeessa barbaachisa jedhaan Kaantibaan magaalaa…
Ityoophiyaan qabsoo ummattoota gurraachaa gaggeessaa jirti jedhame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan qabsoo ummattoota gurraachaa gaggeessaa jiraachuu leellisaan Paan Afrikaa fi ogeessi seenaa Zimbaabuwee Maapooongaa Jaashuu'aan ibsan.…
Murtoo Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad fudhatan haamilee guddaa nutti horeera-Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) –Mootummaa Naannoo Amaaraatti itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Naannichaa Obbo Girmaa Yeshiixilaa, angaawoonni Mootummaa naannichaa…
Artiist Dammaraa Laggasaa adda waraanaatti duuluuf murteesse
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Artiist Dammaraa Laggasaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf adda waraanaatti duuluuf murteesseera.
Aartiist Ayyaalnaah Mulaatuu gama isaaniin murtoo…
Naannoon Oromiyaa hundeeffamaa mootummaa Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaaf ergaa baga gammaddanii…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa hundeeffamaa mootummaa Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarseera.
Naannichi…
MM Abiy gara adda waraanaatti duuluun seenaa dhaloota amma jedhamee waamamuu ni…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Ityoophiyaarratti waraanaa banamee qolachuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluun isaanii seenaa jalqaba dhaloota ammatin…