Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy gara adda waraanaatti duuluun seenaa dhaloota amma jedhamee waamamuu ni…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Ityoophiyaarratti waraanaa banamee qolachuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluun isaanii seenaa jalqaba dhaloota ammatin…
Adda waraanaatti hiriiruu dabalatee duula birmaddummaa biyyaaf kan narraa eegamuu hundaa gochuuf…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Adda waraanaatti hiriiruu dabalatee duula birmaddummaa biyyaaf kan narraa eegamuu hundaa gochuuf qophiidha jechuun Atleet Kumaalaa Haylee G/Sillaaseetuu…
Magaalaa Jimmaatti raayyaa ittisa biyyaaf Birriin miiliyoonni 12 walitti qabamuu bulchiinsi…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti raayyaa ittisa biyyaaf Birriin miiliyoonni 12 walitti qabamuusaa bulchiinsi magaalichaa beeksiseera.
Kantiibaan magaalichaa Obbo…
Hoggantoonni olaanoon Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa balaa biyya diiguu aggaamamaa jiru…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Waamicha biyya bararuu Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hordofee Hoggantoonni olaanoon Mana Maree Bakka bu'oota Uummataa balaa biyya diiguu aggaamamaa…
Artiist Teedroos Tashoomaa duula birmaddummaa biyyatti makamuu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Artiist Teedroos Tashoomaa duula birmaddummaa biyyatti makamuu beeksiseera.
Artiistichi ‘an lubbuun darbee biyya koo na dhaabaa yoo ta’ee arsaa ta’uuf…
Kutaa Magaalaa Qirqoositti boombiin festaalaan haguugamee gatamee ture argame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Qirqoos aanaa 11 Mana Barumsaa Shimalliis Habtee iddoo jedhamuutti boombiin festaalaan haguugamee gatamee ture argamu…
Karaa hundumaan Warra jecha gochatti jijjiiru taanee, gootummaan dhaabbachuu fi wareegama kafaluun…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Karaa hundumaan Warra jecha gochatti jijjiiru taanee, gootummaan dhaabbachuu fi wareegama kafaluun Biyya keenya Ityoophiyaa ni ijaarra jedhan…
Naannoo Sidamaatti hoggantoota waraanaa duraanii fedhiin adda waraanaatti duuluuniif gaggeessan…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Naannoo Sidamaatti hoggantoota waraanaa duraanii fedhiin adda waraanaatti duuluuniif magaalaa Hawaasatti gaggeessan taasiifameera.
Osoo nuti jirruu…
Lammiileefi dhalatoonni Ityoophiyaa hundi maqaa bilisummaa fi injifannoo ”Ityoophiyaa”…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC)- Lammiileefi dhalatoonni Ityoophiyaa hundi maqaa bilisummaa fi injifannoo ''Ityoophiyaa'' jedhuu irratti aggaamamee eeguuf amaanaa seenaatu nurra jjira…
Obbo Wandimmuu Kurtaa Af Yaa’ii Mana Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Obbo Wandimmuu Kurtaa Af Yaa’ii Mana maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Obbo Wandimmuun Af Yaa'ii Mana Maree…