Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileefi dhalatoonni Ityoophiyaa hundi maqaa bilisummaa fi injifannoo ”Ityoophiyaa”…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC)- Lammiileefi dhalatoonni Ityoophiyaa hundi maqaa bilisummaa fi injifannoo ''Ityoophiyaa'' jedhuu irratti aggaamamee eeguuf amaanaa seenaatu nurra jjira…
Obbo Wandimmuu Kurtaa Af Yaa’ii Mana Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Obbo Wandimmuu Kurtaa Af Yaa’ii Mana maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Obbo Wandimmuun Af Yaa'ii Mana Maree…
Dooktar Injiinar Nagaash Waageeshhoon itti aanaa Preezdaantii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Dooktar Injiinar Nagaash Waageeshoon itti aanaa Preezdaantii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Naannoon…
Afaan hojii mootummaa Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Afaan Amaaraa akka ta’u sagalee guutuun ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Afaan hojii mootummaa Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Afaan Amaaraa akka ta’u sagalee guutuun ragga’uu ibsameera.
Naannoon Kibbaa Lixa Ityoophiyaa…
MM Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluun birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf waadaa galan…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluun birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf waadaa galan gochaan agarsiisuu kan…
Milishaa fi Hoggantoonni Biiroo Nageenyaa naannoo Sidaamaa gara adda waraanaatti duuluuf murteessan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Milishaa fi Hoggantoonni Biiroo Nageenyaa naannoo Sidaamaa gara adda waraanaatti duuluuf murteessuu ibsaniiru.
Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi…
Naannoon Kibbaa Lixa Ityoophiyaa naannoo 11ffaa ta’uun ifatti hundeeffame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC)- Naannoon Kibbaa Lixa Ityoophiyaa naannoo 11ffaa ta’uun ifatti hundeeffameera.
Godinaaleen 5 fi aanaan addaa tokko waliin ta’uun sagantaan mootummaa…
Muummichi Ministiraa gara adda waraanaatti imalanii an ammoo sababan mana ta’uuf tokkollee hin…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC)- Muummichi Ministiraa gara adda waraanaatti imalanii an ammoo sababan mana ta’uuf tokkollee hin qabu, ogummaa loltummaan qabutti fayyadamee diinaa biyyatti…
Namoonni dhuunfa garee shororkeessaa ABUT hojii shiraaf Finfinnee fi naannawaasheetti bobbaasee…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfa garee shororkeessaa ABUT hojii shiraaf Finfinnee fi naannawaasheetti bobbaasee to’annaa jala ooluu Poolisiin Federaalaa beeksiseera.…
Kabaja guyyaa Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Ityoophiyaa sababeeffachuun qophiin adda…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC)- Kabaja guyyaa Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Ityoophiyaa 16ffaa sababeeffachuun qophiin adda magaalaa Awwadaayiitti gaggeeffamaa jira.
Kabaja…