Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kabaja guyyaa Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Ityoophiyaa sababeeffachuun qophiin adda…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC)- Kabaja guyyaa Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Ityoophiyaa 16ffaa sababeeffachuun qophiin adda magaalaa Awwadaayiitti gaggeeffamaa jira.
Kabaja…
Dippiloomaatoota fi Ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa, Eeshiyaa fi Paassifikii teessoo isaanii…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Hawaasa Dippiloomaasii fi Ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa, Eeshiyaa fi Paassifikii teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif haala waqtaawarraatti ibsi…
Dubartoonni hojjettoota mootummaa aanaa Adaamaa raayyaa ittisa biyyaatiif galaa qopheessan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC)- Dubartoonni hojjettoota Mootummaa Aanaa Adaamaa raayyaa ittisa biyyaatiif galaa qopheessaniiru.
Godina Shawaa Bahaa aanaa Adaamaatti dubartoonni…
Godinni Iluu Abbaa Boor sangoota 204 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Bulchiinsi Godina Iluu Abbaa Boor sangoota 204 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiseera.
Bulchinsi Godina Iluu Abbaa Boor Hawaasa godinichaa…
Waraana baname adda waraanaan, dhiibbaa diinagdee ammoo itti gaafatamummaa fi tokkummaa…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Waraana baname adda waraanaan, dhiibbaa diinagdee ammoo itti gaafatamummaa fi tokkummaa biyyaalessaan moo’annee ni dabarra jedhan Ministirri…
Uummannii fi mootummaan birmadummaa biyya eeguuf diinoota biyya keessaa fi alaa waliin wal…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014(FBC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Dooktar Abrahaam Balaay Uummannii fi mootummaan birmadummaa biyyaa eeguuf diinoota biyya keessaa fi alaa waliin wal…
Hundeeffamni mootummaa naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014(FBC)- Hundeeffamni mootummaa naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa haaraan gaggeeffamaa jira.
Godinaaleen 5 fi aanaan addaa tokko waliin ta’uun sagantaan…
Atleet Fayyisaa Leellisaa dabalatee artiistoonni biroon fedhii isaaniin adda waraanaatti duuluuf…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014(FBC)-Atleet Fayyisaa Leellisaa , artisti Masfiin Baqqalaa, Obbo Na'aamiin Zallaqaa fi Kiristiyaan Taaddalaa biyyaaf duuluuf murteessaniiru.
Atleet Fayyisaa…
Maqaa bilisummaa ”Ityoophiyaa” jedhuu kabachiisuuf amaannee Seenaatu nurra jira jedhan…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Maqaa bilisummaa ''Ityoophiyaa'' jedhuu kabachiisuuf amaannee Seenaatu nurra jira jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiyyi Ahmad.
Qaqqaaliwwan ijoollee…
Nuti osoo jirruu Ityoophiyaan du’uurra, nuti duunee Ityoophiyaan akka jiraattu ni barbaanna…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Nuti osoo jirruu Ityoophiyaan du'uurra, nuti duunee Ityoophiyaan akka jiraattu ni barbaanna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Duris ta'ee…