Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Maqaan Ityoophiyaa jedhu maqaa injifannooti – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) -Maqaan Ityoophiyaa jedhu maqaa injifannooti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Ityoophiyaaf nuun ol qaamni biraa eessayyuu hin dhufu jedhan.…
Yeroon ammaa yeroo wareegamaan biyya gaggeessaniidha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) -Yeroon ammaa yeroo wareegamaan biyya gaggeessaniidha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
"Yeroon ammaa yeroo biyya wareegamaan gaggeessaanii…
Sagaleen ijoollee Gaanfa Afrikaa Addunyaa guutuurra wal gahe – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) - Sagaleen ijoollee Gaanfa Afrikaa Addunyaa guutuurra wal gahe jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.
Dhugumattuu Diyaaspooraan…
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti sakattoo mana nama dhuunfaa tokko keessatti taasiifameen meeshaaleen…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti sakattoo mana jireenyaa nama dhuunfaa tokko keessatti taasiifameen meeshaaleen waraanaa garaagaraa…
Komishinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 110 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Komishiniin Hooggansa Ibiddaa fi Sodaa Balaa Magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa…
Afrikaanonni qabsoo Ityoophiyaatti akka makamaniif hayyoonni ga’ee isaanii ba’achuu qabu jedhame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Hayyoonni Afrikaa qabsoo Ityoophiyaatti akka makamaniif hayyoonni Ityoophiyaa ga’ee isaanii ba’achuu akka qaban Preezdaantii Akkaadaamii Hooggansa Afrikaa…
Qaamoleen haqaa hojiirra oolmaa qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa mirkaneessuu qabu –…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Qaamoleen haqaa qajeelfamoonni labsii yeroo ariifachiisaa haalaan hojiirra ooluu mirkaneeffachuu akka qaban Ministeerri Haqaa beeksise.
Labsichi…
Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa haala yeroo irratti mari’ate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa haala yeroo biyyaalessaa irratti mari'achuun kallattii kaa'eera.
Korechi walga’ii guyyaa har’aa…
Hoggantoonni Poolisii Federaalaa olaanoon Raayyaa adda waraanaa Shawaa Roobiitiitti falmachaa jiran…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Hoggantoonni Poolisii Federaalaa olaanoon Raayyaa adda waraanaa Shawaa Roobiitiitti garee shororkeessitootaa waliin falmachaa jiran jajjabeessaniiru…
Dubartoonni bulchiinsa magaalaa Asallaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa qopheessan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Dubartoonni bulchiinsa magaalaa Asallaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf marsaa 3ffaan galaa qopheessaniiru.
Dubartoonni magaalichaa fedhii isaaniitin maallaqa…