Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Beenishaanguul Gumuuzitti tarkaanfii fudhatameen humnoonni farreen nageenyaa barbada’aan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti tarkaanfii fudhatameen humnoonni farreen nageenyaa naannicha keessaa socho’aa turan barbada’aaniiru.
Miseensoonni…
Diyaaspooran baatiwwan 3 darban Doolaaraa Biiliyoona 1.1 karaa seera qabeessan gara biyyaa erguu…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Diyaaspooran baatiwwan 3 darban Doolaaraa Biiliyoona 1.1 karaa seera qabeessan gara biyyaa erguu Ejansiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksiise.…
Weerara humni Ameerikaan durfamu Ityoophiyaarratti bane ni balaaleffanna- Dhaabbata Gamtaa…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Weerara humni Ameerikaan durfamu Ityoophiyaarratti bane kan balaaleffatu ta’uu dhaabbanni Gamtaa Gurraachotaa Nageenyaaf jedhamu beeksise.
Dhaabbatichi…
Deenmaark deeggarsa namoomaaf kan ooluu doolaraa Ameerikaa miiliyoona 4.5 taasifte
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Deenmaark deeggarsa namoomaaf kan ooluu doolaraa Ameerikaa miiliyoona 4.5 taasifteetti.
Deeggarsichi lammiilee sababa waraanaatiif miidhamanii deeggarsi…
Jiraattoonni aanaa Shabee Somboo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo raayyaa ittisa biyyaatiif sangoota 50 fi midhaan kuntaala 600 ol gumaachaniiru.
Hawaasni aaniichaa…
Torban tokko keessatti deeggarsi Doolaarri kuma 800 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Torban tokko keessatti deeggarsi Doolaara kuma dhibba 8 ol walitti qabamuu qindeessaan deeggarsaa diiyaaspooraa ‘Ayzoon Ityoophiyaa’ jedhamu beeksise.…
Godinni Guraagee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Naannoo Uummattoota Kibbaatti godinni Guraagee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 1 ol taasisuu bulchiinsi godina…
Naannoo Oromiyaatti duulli arjoommi dhiiga guyyoota 15’f turu eegale
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Duulli arjooma dhiigaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf guyyoota 15 turu naannoo Oromiyaatti eegalameera.
Duula kanaan biiroleen naannoo hanga gandaatti jiran…
Kutaan Magaalaa Addis Katamaa Birrii miiliyoona 70 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) - Kutaan Magaalaa Addis Katamaa Birrii miiliyoona 70 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiiseera.
Dargaggoota, hoggantootaa fI…
Lammiileen Ityoophiyaa biyyoota alaa jiraataan maallaqa karaa seera qabeessan akka ergan gaafatame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) - Ityoophiyaannoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa guutuu addunyaarratti argaman magaaloota 25 keessatti hiriira deeggarsaa gaggeessuun haqa Ityoophiyaa…