Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ida’aamuun dallaa qoqqoodinsaa diiguun gara tokkummaatti dhufuudha-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) – Ida’aamuun dallaa qoqqoodinsaa diiguun gara tokkummaatti dhufuudha jedhan Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad.
MM Abiy Ahimad fuula Feesbuukii…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti duulli talaallii Vaayrasii Koroonaa eegale
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti duulli talaallii Vaayrasii Koroonaa eegaleera.
Talaallichi guyyoota 10’f kan turu yoo ta’u, lammiilee…
Naannoo Harariitti sosochiin ‘Nomore’ jedhu gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) – Giddu seentummaa Ameerikaa mormuuf naannoo Harariitti sosochiin ‘Nomore’ jedhu gaggeeffameera.
Saganticharratti hoggantoonni mootummaa naannichaa fi…
Waltajjiin Gumii Balal mata duree ”Duudhaalee waldanda’uu, gahee tokkummaa cimsuurratti…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) – Waltajjiin Gumii Balal marsaa 16ffaan mata duree ''Duudhaalee waldanda'uu,gahee tokkummaa cimsuurratti qabu'' jedhuun gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi…
Sagantaaleen Hundeeffama Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa har’aa fi Boru ni gaggeeffama
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Godinaaleen 5 fi aanaan addaa tokko waliin ta’uun naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa hundeessuun har’aa eegalee ni gaggeeffama.
Naannoon…
Tarkaanfiin sirreeffamaa miidiyaalee odeeffannoo sobaa tamsaasan irratti fudhatamu cimee itti fufa-…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) – Tarkaanfiin sirreeffamaa miidiyaalee odeeffannoo sobaa tamsaasan irratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Daayreektarri Olaanaan Abbaa Taayitaa…
MM Abiy Ahimad aangorraa kaasuun yaalii mootummaa ce’umsaa hundeessuuf taasiifamu nan morma…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Maree siyaasaanis ta'ee humna waraanaan Muummee Ministiraa DRI Abiy Ahimad aangorraa kaasuun yaalii mootummaa ce'umsaa hundeessuuf taasiifamu kan morman…
Miidiyaaleen Lixaa olola sobaa tamsaasuun beekkaman Sudaan keessatti walitti qabamuu dhaga’ame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Dhaabbileen Miidiyaa Lixaa olola sobaa Ityoophiyaarratti tamsaasuun beekkaman Sudaan Kaartumiin deeggaraman Sudaan magaalaa Waad Muuzaamiil keessatti…
Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuun carraa Afrikaanootaa gara fuulduraa waliin dhaabbachuudha –…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuun carraa Afrikaanootaa gara fuulduraa waliin dhaabbachuu ta'uu Itti gaafatamtuun Seekreetariyaat Preesii Waajjira Muummee…
Meeshaaleen waraanaa Dabaarqii karaa Gondariin fe’amee ba’uuf ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Meeshaaleen waraanaa Dabaarqii karaa Gondariin fe'amee ba'uuf ture hordoffii cimaa Tajaajilli odeeffannoo fi Nageenyi biyyaalessaa fi Raayyaan Ittisaa…