Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen waraanaa Dabaarqii karaa Gondariin fe’amee ba’uuf ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Meeshaaleen waraanaa Dabaarqii karaa Gondariin fe'amee ba'uuf ture hordoffii cimaa Tajaajilli odeeffannoo fi Nageenyi biyyaalessaa fi Raayyaan Ittisaa…
Jiraattonni Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Algee Saachii Gooticha Raayyaa Ittisa biyyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Jiraattonni Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Algee Saachii Gooticha Raayyaa Ittisa biyyaaf sangoota 21 fi Birri miiliyoona 9 ol deeggarsa taasiisaniiru.…
Jiraattoonni godina Oomoo Kibbaa Birrii miiliyoona 15 ol Raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Jiraattoonni godina Oomoo Kibbaa Birrii miiliyoona 15 fi Sangoota 200 ol Raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Sangoonni aanaalee fi Godinarraa…
Hawaasni godina Gujii Lixaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - kutaaleen Hawaasaa garaagaraa godina Gujii Lixaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.
Dargaggoonni, Dubartoonnii fi haadholiin Raayyaa Ittisaaf dhiiga…
Jiraattoonni Shawaa Kaabaa Birrii miiliyoona 33 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti jiraattoonni Shawaa Kaabaa Birrii miiliyoona 33 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Jiraattoonni godinichaa Raayyaa Ittisaa…
Kitaabni “Carallaa”Dooktar Fedhasaa Maammoon barreeffame galma Aadaa Oromootti eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Kitaabni "Carallaa"Dooktar Fedhasaa Maammoon barreeffame galma Aadaa Oromootti eebbifameera.
Kitaabni Diinagdee fi Biizinasii irratti xiyyeeffachuun…
Lammiileen Ityoophiyaa Daalaas Teeksaas jiraatan lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Daalaas Teeksaas jiraatan lammiilee qa'ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa'aniif Doolaara Kuma dhibba 3 ol deeggarsa taasiisaniiru.…
Adeemsa biyya diiggamuurraa baraaruuf taasiifamu keessatti qoodni barsiisotaa olaanaa ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Biiroon Barnootaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee barsiisota kuma 2 ol ta'an waliin dhimmoota haala waqtaawaa biyyaalessaarratti marii taasiisaa jira.…
Magaalichaatti wantoonni boba’oo fi keemikaaloonni kuusaa shagaxaaa shagaxii nama dhuunfaa…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti wantoonni boba'oo fi keemikaaloonni kuusaa shagaxaaa shagaxii nama dhuunfaa keessatti kuufaman to'atamuu Komishiniin Poolisii…
Naannoo Harariitt duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Naannoo Harariitti duulli qulqullinaa dhaadannoo "Naannoo keenya balfarraa biyya keenya garee shoorarkeessaa ABUT fi Shanee irraa ni qulqulleessina…