Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garaagaraatti duulli qulqullinaa mata duree 'ani nageenya magaalaa koof waardiyaadha, qulqullina isheef…
Dargaggoonni dhalootan Ityoophiyaa fi Eeritiriyaa Kaanaadaa jiraatan hiriira mormii gaggeessan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Dargaggoonni dhalootan Ityoophiyaa fi Eeritiiriyaa Kaanaadaa jiraatan giddu seentummaa biyyoota alaa Ityoophiyaa irratti dhaqqabaa jiru mormuuf Magaalaa…
MM Abiy Ahimad tattaaffii lammiileen Ityoophiyaa dhugaa Ityoophiyaa addunyaatti himuuf taasiisan…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad tattaaffii lammiileen Ityoophiyaa dhugaa Ityoophiyaa addunyaatti himuuf taasiisan dinqisiifataniiru.
‘’ Lammiileen…
Kutaa magaalaa Booleetti sakattoo taasiifameen meeshaaleen waraanaa to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Booleetti sakattoo taasiifameen Kilaash Kooviin 5 fi Shugguxiin 6 rasaasa waliin to'atameera.
Raadiyoon…
Dhaabbileen Ityoo – Kaanaadaa Neetwoork fi Amriif Heelz Afrikaa jedhaman lammiilee qe’ee fi…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Dhaabbileen Etyoo- Kaanaadaa fi Amriif Heelz Afrikaa jedhaman lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasisaniiru.
Dhaabbileen…
Jiraattoni kutaa magaalaa Lidataa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasisan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti jiraattoni kutaa magaalaa Lidataa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasisuu ibsame.
Deeggarsicha hoji…
Finfinneen diinota Ityoophiyaa diiganiif ibidda taatee gubaa kan jirtu ta’uu Aadde Adaanech Abeebee…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Magaalaan Finfinnee diinota Ityoophiyaa diiganiif ibidda taatee gubaa kan jirtu ta’uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru.…
Jilli Obbo Addisuu Araggaatiin durfamu Godina Baaleetti qamadii Kilaastaraan Misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera Magaalaa Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaatiin durfamu Godina Baalee aanaa Agaarfaatti Ooyruu…
Naannoo kibbaatti shakkamtoonni kuma 1 fi 63 to’annaa jala ooluu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Naannoo Uummattoota Kibbaatti shakkamtoonni kuma 1 fi 63 to’annaa jala ooluu Biiroon Nageenyaa fi Tasgabbii Naannoo Uummattoota Kibbaa beeksise.…
Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu barattoota 229 eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu barattoota damee barnootaa fayyaan barsiisaa ture 229 eebbisiiseera.
Yuunvarsiitichi barattoota damee fayyaa Miid…