Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Uummanni Afaar humna weeraraaf garaa hin laafu- Ambaasaaddar Hasan Abdulqaadir
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Uummanni Afaar humna weeraraa Ityoophiyaa fi eenyummaa isaarratti dhufeef garaa kan hin laafne ta’uu Paartii Badhaadhinaatti hoogganaan damee wiirtuu…
Godina Arsiitti Miseensonni Shanee 20 karaa nagaan mootummaaf harka kennan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Godina Arsii aanaalee garaagaraa keessatti miseensonni garee shororkeessaa Shanee 20 karaa nagaan mootummaa fi abbootii Gadaaf harka kennuu ibsame.…
Gaazixeessitoonni dubartoota 5 galaa kuntaala 100 raayyaa ittisa biyyaaf laatan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Gaazixeessitoonni dubartoota 5 galaa kuntaala 100 raayyaa ittisa biyyaaf laataniiru.
Gaazixeessitoonni kunneen miidiya hawaasatin kan walitti qaban…
Manneen barnoota idil addunyaa sababa qubsaa malee hojii baruu fi barsiisuu dhaabaniif akeekkachiisi…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Manneen barnoota idil addunyaa sababa qubsaa malee hojii baruu fi barsiisuu dhaabaniif akeekkachiisi laatamuu ibameera.
Gareen shororkeessaa ABUT…
Dargaggoonnii fi maatiin ispoortii Magaalichaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Dargaggoonnii fi maatiin ispoortii Magaalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Sagantaan kun mata duree ‘raayyaa ittisa biyya…
Kutaan Magaalaa Qirqoos raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 105ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Kutaan Magaalaa Qirqoos raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa garagaraa Birrii miiliyoona 105 ol itti tilmaamamu taasiseera.…
Obbo Dammaqaa Mokonniin gita isaanii Dimookiraatik Rippabilik Koongoo waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin Ministira Ministeera Dimookiraatik Rippabilik Koongoo…
Hospitaalli waliigalaa Musee magaalaa Adaamaatti ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Hospitaalli waliigalaa Musee magaalaa Adaamaatti ijaarrame eebbifameera.
Hospitaalichi baasii Birrii miiliyoona 100’n ijaarramu ibsameera.
Eebba…
Waliigalteen ijaarsa nageenya waaraa hojjechuuf dandeessisuu mallateeffame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa ijaarsa nageenya waaraa yeroo itti aanuutti hojjechuuf dandeessisuu sanada waliigaltee dhaabbata deeggarsa Jarmaan (GIZ) waliin…
Gareen Shororkeessaa ABUT biyya yaadan diige, qabatamaan diiguuf tattaaffiin taasiisu hin…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT biyya yaadan diige, qabatamaan diiguuf tattaaffiin taasiisu goonkuma hin milkaa'u jedhan Ministir Deettaan Ministeera Hojii fi…