Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajilli Ekisteenshinii qonnaa jijjiirama qabatamaa galmeessisaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Oomishaaf oomishtummaa guddisuuf tajaajilli ekisteenshinii qonnaa jijjiirama qabatamaa galmeessisaa jiraachuu ibsameera.
Qonnaan bultootaa fi horsiise…
Miidiyaalee biyya Alaa 4’f akeekkachisni kenname
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa miidiyaalee biyya Alaa 4’f akeekkachisa kenne.
Abbaan Taayitichaa miidiyaalee biyya alaa CNN, BBC, Reuters fi…
Ejensiin nageenya Odeeffannoo dhaabbileen meeshaalee kominikeeshinii akka galmeessisan yaadachiise
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Ejensiin nageenya Odeeffannoo dhaabbileen meeshaalee kominikeeshinii akka galmeessisan yaadachiiseera.
Ejensichi yaaddoo nageenyaa biyyattii eeguuf…
Tokkummaan dhaabbannee injifachuun keenya oduu ammee hin ta’u -Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) –Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad biyyatti wayita sodaan keessaa fi alaa muudateetti qabsoon hedduummachuu fi haalonni mijatoon dhabamuu danda’u jechuun…
Shirri badii Gareen Shororkeessitootaa ABUT fi shaneen Finfinneetti qopheessanii turan fashalaa’uu…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Shirri badii Gareen Shororkeessitootaa ABUT fi shaneen magaalaa Finfinneetti qopheessanii turan fashalaa’uu Komishiniin Poolisii Federaalaa fi Finfinnee…
Ergamtoonni gareen shororkeessaa ABUT naannoo qaraqaraa Beenishaangul Gumuuzitti barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Ergamtoonni gareen shororkeessaa ABUT naannoo qaraqaraa Beenishaangul Gumuuzitti barbadaa’uu poolisiin naannichaa ibseera.
Garicha barbadeessuu fi…
Ityoophiyaatti balaalliin naannoo qilleensa taasifamuu kamiyyuu nageenyummaan isaa kan eegamee fi…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti balaalliin naannoo qilleensa taasifamuu kamiyyuu nageenyummaan isaa kan eegamee fi amansiisa ta’uu Abbaan Taayitaa Siviil Aviyeeshiinii…
Muftii Hajii Umar Idiriis Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eemireetota Araba Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eemireetota Araba Gamtoomanii…
Jiraattoonni Magaalaa Jigjigaa fi Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa lammiilee qa’ee fi qabeenya…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Magaalaa Jigjigaa fi Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu…
Iddoolee ABUT weeraretti dhaabbileen fayyaa kumni 1 ol barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Iddoolee ABUT fi fakkaattoonni isaa weeraranitti dhaabbileen Fayyaa kumni 1 ol barbadaa’uu Ministeerri Fayyaa beeksiise.
Iddoolee nageenyi uumametti…