Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Muunessaatti dargaggoonni shanee waliin hiriiranii turan araara jaarsoliin biyyaa taasiisaniin…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Muunessaatti dargaggoonni shaneetti makamanii turan hojii jaarsoliin biyyaa hojjetaniin akkataa araara seera Gadaan hawaasatti…
Daldaltoonni bulchiinsa Magaalaa Asallaa Humnaa fi dandeettii qabaniin Raayyaa ittisa biyyaa cinaa…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Daldaltoonni bulchiinsa Magaalaa Asallaa sadarkaa 'A' fi 'B'Humnaa fi dandeettii qabaniin Raayyaa Ittisa Biyyaa Cinaa kan dhabbatan ta’uu ibsaniiru.…
Hojjettoonni Biiroolee Oromiyaa yeroo 2ffaaf Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Hojjettonni Biiroolee Oromiyaa adda addaa marsaa 2ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Marsaa duraan hojjettoonni fi…
OBN raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – OBN raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaa Wallootti argamanii fi lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamam horii qalmaa fi…
Sagantaan hundeeffama giddugala dippiloomaasii magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Sagantaan hundeeffama giddugala dippiloomaasii magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira.
Sagantichi mata duree ‘ hawaasni Yuunvarsiitii Hawaasaa hundi…
Jiraattoonni Kutaa magaalaa Nifaasilk Laaftoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaasilk Laaftoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 5 ol taasisuu…
Kutaa magaalaa Ekkaatti qorichi sammuu namaa hadoochuu fi meeshaaleen garaagaraa hedduun to’atamuu…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Ekkaa bakka Faransaay jedhamee beekamutti qorichi sammuu nama hadoochuu fi meeshaaleen garaagaraa hedduun to’atamuu…
Naannoon Gaambeellaa Lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarii buqqa’aniif birrii miiliyoona 4 deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Naannoon Gaambeellaa Lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaar sababa weerara garee shororkeessaa ABUT qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif Birrii…
Magaalaa Jimmaatti Siim Kaardiiwwan hojii shororkeessaaf oluuf turan kumni 9 fi 375 to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) - Magaalaa Jimmaatti Siim Kaardiiwwan kuma 9 fi 375 dabalatee meeshaaleen garaagaraa hojii shororkeessummaaf oluuf turan to’atamuu qajeelchi poolisii…
Godina Arsii Lixaatti Birriin Miiliyoonni 5 seeraan alaa daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) - Godina Arsii Lixaa magaalaa Kofaleetti Birriin Miiliyoonni 5 seeraan alaa daddabarfamaa ture to’atamuu ibsameera.
Shakkamtoonni maallaqa kana…