Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Dippiloomaatoota biyyoota Afrikaa Teessoo isaanii Finfinnee taasiisan waliin…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Dippiloomaatoota biyyoota Afrikaa Teessoo isaanii Finfinnee…
Humni diinaa adda waraanaa Baatii Kaasaagiitaan humna walitti qabatee dhufe barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Humni diinaa adda waraanaa Baatii Kaasaagiitaan humna walitti qabatee dhufe guutumaa guutuutti barbadaa'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.…
Gamtaa Afrikaatti Ergamaan addaa Ityoophiyaa Oobaasaanjoon Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Gamtaa Afrikaatti Ergamaan addaa Ityoophiyaa fi Preezdaantiin duraanii Naajeeriyaa Ooliiseengoo Oobaasaanjoon Finfinnee galuu Tajaajjilli Kominikeeshinii…
Waraana Ityoophiyaatti uumameef kan itti gaafatamu garee shororkeessaa ABUT – mana maree waloo…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Waraana yeroo ammaa Ityoophiyaatti uumameef maddii fi kan itti gaafatamu garee shororkeessaa ABUT ta'uu Manni Maree Waloo Paartilee siyaasaa Ityoophiyaa…
Komishinichi raayyaa ittisa biyyaa fi maatii dultootaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Komishiniin Qindeessaa tola oltoota fi hirmaannaa hawaasa raayyaa ittisa biyyaa fi maatii dultootaaf deeggarsa Birrii…
Naannoon Uuummattoota Kibbaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Naannoon Uuummattoota Kibbaa marsaa 2ffaan lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii bakka tursiisa Dabrabiraan jiraniif deeggarsa Birrii…
Warqee fi faayaan Birrii karaa seeraan alaa kuufamaan to’annaa jala oolaan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti mana nama dhuunfaa keessaatti sakattoo taasifamee warqeewwanii fi faayaan Birrii kiilo giraamni 8 ol…
Oromiyaatti Oppireeshinii gaggeeffameen miseensonni garee Shanee dhibbaatamatti lakkaa’aman…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa aanaalee garaagaraa keessatti Oppireeshinii gaggeeffameen miseensonni garee Shanee dhibbaatamatti lakkaa’aman barbadaa’uu fi hedduun…
Waggoottan shanaan dhufanitti qulqullinaa barnoota mirkaneessuuf xiyyeeffannoon ni hojjetamaa-…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeseer Birhaanuu Naggaa hoggantootaa, hayyootaa fi hojjettoota Yuunvarsiitii Finfinnee waliin qulqullina barnootaarratti…
Boordiin Qajeelcha labsii yeroo ariifachiisaa boruurraa eegalee daawwannaa dirree ni gaggeessa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Boordiin Qajeelcha labsii yeroo ariifachiisaa boruurraa eegalee daawwannaa dirree isaa jalqabaa kan gaggeessuu ta’uu walitti qabaan boordichaa obbo Lammaa…