Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Mokonnin Baha Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Baha Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa Jeefrii Fiiltimaan waliin…
Miseensota Shanee godina Horro Guduruu Wallaggaa keessa socho’an irratti tarkaanfii qindaa’an…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Poolisiin Federaalaa, Humni addaa Oromiyaa fi milishaan waliin ta’uun Miseensota Shanee godina Horro Guduruu Wallaggaa keessa socho’an irratti tarkaanfii…
Seenaan Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanota hundi Injifannoodha- Obbo Mallas Alamuu
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Kutaa magaalaa Ekkaatti dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif gaggeessan taasifameera.
Mata duree “ Ani osoon jiruu Ityoophiyaa dabarsee hin…
Jiraattonni kutaa magaalaa Ekkaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Jiraattonni kutaa magaalaa Ekkaa aanaa 6 lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii Dabrabirhaanitti argamaniif deeggarsa garaagaraa taasisuu…
Leetenaal Jeneraal Asraat Deenneeroon bakkeewwan Raayyaan Ittisa Biyyaa injifannoo itti gonfate…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ajajaa Olaanaan Humna lafarraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Leetenaal Jeneraal Asraat Deenneeroon naannoo hidha haaromsa guddichaatti bakkeewwan gareen ergamtootaa…
Ityoophiyaan rakkooshee hiikuuf dandeettii qabdi- Keeniyaa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan rakkooshee hiikuuf dandeettii qabdi jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Reechaal Omaamoon.
Reechaal Omaamoon dhimmoota…
Birmadummaa biyya isaa kabachiisuuf uummanni hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Birmadummaa biyya isaa kabachiisuuf uummanni hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Ministirri Tajaajila…
Raawwiin seeraa lammiilee biyya alaa gidduleessa taasise hin jiru-Ambaasaaddar Diinaa Muftii
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Raawwiin seeraa lammiilee biyya alaa gidduleessa taasise hin jiru jechuun Dibbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin ibsaniiru.…
Shugguxiin ka’umsa isaa magaalaa Baahir Daar taasisee Magaalaa Finfinnee naannoo Paarkii Ayisiitii…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Guyyaa kaleessaa Shugguxiin ka’umsa isaa magaalaa Baahir Daar taasisee Magaalaa Finfinnee naannoo Paarkii Ayisiitii Goorootti to’annaa jala ooleera.…
Kutaa magaalichaatti Raayyaan Uummataa leenjii fudhachaa ture eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Kutaa magaalaa Ekkaatti Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa gama maraa taasisuu fi naannoo isaa eeguuf Raayyaan Uummataa leenjii fudhachaa ture…