Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Albuudaa lammiilee naannoo Affaaritti buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 30…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ministeerri Albuudaa lammiilee naannoo Affaaritti sababa gareen shororkeessaa ABUT waraana baneen buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasiseera.…
Naannoo Oromiyaatti dhorkiin sochii halkanii namaa fi konkolaataarra kaa’amee ture yeroof kaafame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti dhorkiin sochii halkanii namaa fi konkolaataarra kaa’amee ture yeroof kaafamuu Haatii Alangaa naannichaa aadde Addunyee Ahimad…
Jilli Itti gaafatamaan Waajjira preezdaantii MNO Obbo Geetuun durfamu proojektii naannawaa Hora…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Jilli Itti gaafatamaa Waajjira preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Geetuu Wayyeessaa fi Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoon durfamu proojektii misooma…
Biyya badiirraa baraaruuf qophii ta’uu leenjitoonni Bir Shalaqoo beeksisan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Gareen Muuziqaa fi Aartii ajaja Lixaa mana barumsaa leenjii bu’uura Loltummaa Bir Shalaqootti argamuun leenjitoota marsaa 35ffaaf sagantaa Muuziqaa…
Artist Elemoo Alii giddugala gola gameeyyii Artistoota Oromoo hundeessuudhaan eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Artist Elemoo Alii Haramaayaatti hojii artistoota gameeyyii yaadachuuf kan oolu Gidduugala Gola Gameeyyii Artistoota Oromoo hundeessuudhaan eebbisiisuu…
Deeggarsi hidha haaromsaaf taasiifamu cimee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Deeggarsi ijaarsa hidha haaromsaaf taasiifamu cimee itti fufuu Waajjirri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa ummataa Biyyaalessaa Hidha Haaromsaa Guddichaa…
Ityooophiyaan haleellaa Kaampaalatti raawwatame balaaleffatte
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Ityooophiyaan haleellaa shorokeessitoonni Ugaandaa Kaampaalatti raawwatame balaaleffatteerti.
Mootummaan Ityoophiyaa dhimmicha ilaalchisee ibsa baaseen,…
Injifannoo wareegama Qeerroo fi qarreen arganne irree fi tokkummaa keenyaan ni tifkannaa –…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Dargaggoonni Aanaaleefi magaaloota aanaalee Godina Arsii Lixaa 16 irraa walitti babba'an waliin haala yeroo irratti mari’atameera.
Marii kana irrattis…
Suphaa Masaraa Abbaa Jifaar itti fufsiisuuf waliigalteen haaraan mallattaa’e
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) –Suphaa Masaraa Abbaa Jifaar adda citee ture itti fufsiisuuf waliigalteen haaraan mallattaa'eera.
Baasiin ba'ee fi hojiin hojjetamaa jiru walhin madaalu…
Naannichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 34 ol walitti qabe
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Naannoon Hararii Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 34 ol walitti qabuu beeksise.
Haala yeroo ilaalchisee Itti aantuun Preezdaantii…