Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Najjootti hiriirri balaaleffannaa ABUT fi Shanee gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Najjootti hiriirri balaaleffannaa ABUT fi Shanee gaggeeffameera.
Jijjiirama eegalamee aarsaa barbaachisu…
Magaalaa Asoosatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Magaalaa Asoosatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii taasiisan 107 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Daldalaa fi Misooma Gabaa Naannoo Beenishaanguul…
Tokkoon tokkoo lammiilee Ityoophiyaa Seenessa dabe qolachuuf qooda isaa ba’uu qaba – MM Abiy…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Tokkoon tokkoo lammiilee Ityoophiyaa Seenessa dabe qolachuuf qooda isaa ba’uu qabu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Seenessa dabsuu…
Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Kooministii Chaayinaa hariiroo isanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Kooministii Chaayinaa hariiroo isanii cimsuuf waliigalaniiru jedhame.
Itti Gaafatamaan Waajjira Olaanaa Paartii…
Gambeellaatti ergamtoonni garee shororkeessaa ABUT 24 harka laatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti ergamtoonni garee shororkeessaa ABUT 24 karaa nagaan harka laachuu ibsame.
Namoonni kunneen miseensota Adda Bilisa Baasaa…
Dargaggoota kutaa magaalaa Boolee ‘osoon ani jiruu biyyi koo hin diiggamtu’ jechuun Raayyaa…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Dargaggootaa fi miseensota Raayyaa Ittisaa duraanii kutaa magaalaa Boolee ‘osoon ani jiruu biyyi koo hin diiggamtu’ jechuun Raayyaa Ittisaatti makamaniif…
Magaalaa Finfinneetti namoonni waraqaa eenyummaa fudhachuun irra jiraatu guyyoota 15 keessatti…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni waraqaa eenyummaa yeroo fudhachuun irra jiraatu guyyoota 15 keessatti fudhachuu akka qaban Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Odeeffannoon Liibiyaan Imbaasishee Finfinnee cufte jedhame soba ta’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Odeeffannoon Liibiyaan Imbaasishee Finfinnee cufteerti jedhamee tamsa’e soba ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin ibsan.…
Dhaabbileen deeggartootaa idil addunyaa muraasni hojiilee deeggarsa namoomaa caalaa siyaasarratti…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Dhaabbileen deeggartootaa idil addunyaa muraasni hojiilee deeggarsa namoomaa caalaa siyaasarratti xiyyeeffachuu isaanii Tajaajilli Kominikeeshinii…
Fooyya’iinsi Proojektoota Elektirikaa magaalota 10 keessatti hojjiirra ooluufi jedhame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Fooyya’iinsi Proojektoota Elektirikaa magaalota filataman 10 keessatti hojjiirra oolchuuf hojjechaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa…