Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina addaa naannawaa Finfinneetti lafa hektaara kuma 18 fi 100 Jallisiin misoomsuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Godina addaa naannawaa Finfinneetti lafa hektaara kuma 18 fi 100 Jallisiin Qamadii misoomsuuf facaasaan eegalamuu ibsameera.
Godina Addaa Naannawaa…
Yeroon kun yeroo seenaa itti hojjennudha- leenjitoota Bir Shalaqoo
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Yeroon kun yeroo seenaa itti dubbatan osoo hin taane yeroo seenaa itti hojjetan ta’uu Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii giddugala leenjii Bir…
Kutaa magaalaa Booleetti deeggarsa Raayyaa Ittisaaf Birrii miiliyoonni 63.4 ol walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Kutaa magaalaa Booleetti Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii miiliyoonni 63.4 ol akaakuu fi maallaqaan walitti qabamuu ibsameera.
Kutaan…
Warra Iluu to’achuuf yaadee Humna walitti qabachaa kan ture gareen shororkeessaa ABUT…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) –Warra Iluu to'achuuf yaadee Humna walitti qabachaa kan ture gareen shororkeessaa ABUT haleellaa Raayyaa Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa waloon raawwataniin…
Kutaa magaalaa Addis Katamaatti Mana Bilistikaan ijaarrame keessaatti sanadoonni sobaa fi…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Kutaa magaalaa Addis Katamaatti sakattoo taasiifameen Mana Bilistikaan ijaarrame keessaatti sanadoonni sobaa fi Chaappaawwan hedduun shakkamaa waliin…
Aanaa Xuullootti Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Sangoonni 128 fi Birriin miiliyoonni 4.2 ol…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuullootti deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaatiif hanga ammaatti sangoonni 128 fi maallaqni Birriin miiliyoonnii 4.2 ol walitti…
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti lafa keessaa kan awwaalamee maallaqoonni, Shugguxii fi Warqeen…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti lafa keessaa kan awwaalamee maallaqoonni callaan, Shugguxii fi warqeen eeruu uummataa fi sakattoo poolisiin taasiseen…
Magaalaan Naqamtee daa’immanii fi dargaggoota harka qalleeyii ta’aniif deeggarsa Birrii kuma 200 oli…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaan Naqamtee daa’immanii fi dargaggoota sababoota garagaatin maatii dhabaniif deeggarsa Birrii kuma 200 olii taasisuu beeksiseera.…
Godina Booranaa aanaalee muraasa keessatti hoomaan awwaanisa muul’ate ittisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Godina Booranaa aanaalee muraasa keessatti hoomaan awwaanisa muul’ate ittisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Hawaasnis ittisa hoomaa awwannisaa…
Jiraattoonni Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallattii Birrii miiliyoona 51 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallattii Birrii miiliyoona 51 ol akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Sirni…