Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallattii Birrii miiliyoona 51 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallattii Birrii miiliyoona 51 ol akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Sirni…
Manni Barumsaa Leenjii humna Galaanaa Ityoophiyaa ogeeyyii galaanaa boqonnaa jalqabaan leenjisaa…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Manni Barumsaa Leenjii humna Galaanaa Ityoophiyaa ogeeyyii galaanaa boqonnaa jalqabaan leenjisaa ture eebbisiiseera.
Ogeeyyiin kunneen leenjii…
Magaalaa Finfinnee kutaa magaaloota garaagaraatti raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsi taasifamu itti…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaaloota garaagaraatti raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsi taasifamuu cimee itti fufeera.
Magaalaa Finfinneetti raayyaa ittisa…
Kutaan magaalaa Addis Katamaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 54 ol walitti qabe
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Kutaan magaalaa Addis Katamaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 54 ol walitti qabuu beeksiiseera.
Bulchituu olaantuun kutaa…
Naannoo Somaaleetti duulli talaallii beelladootaa eegalame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti duulli talaallii beelladootaa daangaa ce’aa bakka hoggantoonni mootummaa naannoo fi Federaalaa argamanitti ifatti eegalame.…
Miseensonni raayyaa ittisa biyyaa duraanii naannoo Kibbaarraa walitti babba’aan raayyaa ittisaatti…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Miseensonni Raayyaa ittisa biyyaa duraanii fi milishoonni naannoo saboota, sablammoota fi ummattoota Kibbaarraa walitti babba’aan guyyaa har’a adda…
Magaalaa Nagallee Arsiitti shakkamtoonni garee shororkeessitootaa to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Magaalaa Nagallee Arsiitti shakkamtoonni garee shororkeessitootaa to’atamuu Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa bulchiinsa magaalichaa…
Godina Wallagga Lixaatti Hiriirri balaaleffannaa Shororkeessitoota garee ABUT fi Shanee geggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) –Godina Wallagga Lixaatti Hiriirri Balaaleffannaa Shororkeessitoota garee ABUT fi Shanee dhaadannoo garaagaraa dhageessisuun gaggeeffameera.…
Jiraattoonni magaalichaa deeggarsa duula birmadummaa biyyaaf taasisuu cimsee akka itti fufuu…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee deeggarsa duula birmadummaa biyyaaf taasisuu cimsee akka itti fufuu Manni Maree Waloo Paartiilee Morkattootaa Magaalichaa…
Ministeerichi deeggarsa yuunvarsiitiiwwan irra walitti qabe Hospitaala Koompireensiiv…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa deeggarsa yuunvarsiitiiwwan irra walitti qabe Hospitaala Koompreensiiv Ispeeshaalaayizdi Bishooftuutti…