Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Invastimantiin damee barnootarratti taasiifamu guddachuu qaba – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Invastimantiin damee barnootarratti taasiifamu guddachuu akka qabu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsan.
Preezdaant Saahilawarq walga’ii…
Rakkoo Ityoophiyaa gidduseentummaa alaan hiikuun hin danda’amu – Dippiloomaatoota
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Rakkoo Ityoophiyaa giddugaltummaa alaan hiikuun kan hin danda’amne ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroonnii Ameerikaa duraani Tiiboor Naazhi fi…
Ijaarsi biyyaa tattaaffii walooti – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Ijaarsi biyyaa tattaaffii walooti jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Tokkoon tokkoon keenya milkaa’iina Ityoophiyaaf qooda qabna.…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Fayyaa fi Tajaajilli Baankii dhiiga Biyyoolessaa raayyaa…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Fayyaa fi Tajaajilli Baankii dhiiga Biyyoolessaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Ministirri…
Humni waraanaa Ameerikaa walitti bu’iinsa kaaba Ityoophiyaa gidduu seenuus ta’e loltoota qubachiisuu…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Humni waraanaa Ameerikaa walitti bu’iinsa kaaba Ityoophiyaa gidduu seenuus ta’e loltoota qubachiisuu akka hin qabne Ameerikaatti Manni Maree Dhalattoota…
Finfinneetti gurmaa’insi nageenyaa naannoo kuma 32 ol hundaa’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti gurmaa’insi nageenyaa naannoo kuma 32 ol hundaa’uu Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru.…
Lammiileen Alaa Ityoophiyaa akka ba’an lallabamus namni ba’uuf socho’u hin…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Lallaba Ameerikaa fi deeggartoota ishee hordofee biyyoonni Alaa lammiileen isaanii Finfinnee gadi dhiisanii akka ba'an gaafatanis namni ba'uuf socho'u kan…
DhMG deeggarsa Doolaara Miiliyoona 40 Ityoophiyaaf eeyyame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) –Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa namoomaa yeroo ariifachiisaa Ityoophiyaaf kan oolu Doolaara Miiliyoona 40 eeyyameera.
Maallaqichi lammiilee…
Haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miidiyaa biyya keessaa fi alaa Sudaan Kaartumitti…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miidiyaa biyya keessaa fi alaa Sudaan Kaartumitti…
Bulchiinsi magaalichaa lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisuuf kan banaman lakkoofsa herrega…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisuuf kan banaman lakkoofsa herrega baankoota ifoomseera.
Bulchiinsi magaalichaa…