Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Liiban Jaawwiitti balaa tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa aanaa Liiban Jaawwiitti balaa tiraafikaa muudateen lubbuun namootaa 4 darbuu ibsameera.
Balaa qaqqabbeen namoota 11 irra miidhaa…
Humni Qilleensaa FDRI marsaa jalqabaan miseensota Poolisii Komaandoo leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI marsaa jalqabaan miseensota Poolisii Komaandoo Qilleensaa leenjisaa ture ebbisiiseera.
Wareegama Raayyaa Ittisaa fi ummataan…
Oromiyaatti misooma suluulaa fi qabeenya uumamaa lafa hektaara miiliyoona 2 ol irratti hojjechuuf…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Bara kana akka Oromiyaatti misooma suluulaa fi qabeenya uumamaa lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma dhibba 5 olirratti hojjechuuf qophiin taasisfamuu…
Kaayyoon labsichaa birmadummaa biyyaa baraaruuf waan ta’eef hundi itti gaafatamummaasaa ba’achuu…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Kaayyoon labsii yeroo ariifachiisaa birmadummaa biyyaa baraaruuf waan ta’eef hundi itti gaafatamummaasaa ba’achuu akka qabu gaafatameera.
Miseensonni…
Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Tokkummaa Raashiyaa hariiroo isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Tokkummaa Raashiyaa dhimmoota hariiroo isaanii caalmaatti cimsuu danda’anirratti mari’ataniiru.
Itti gaafatamaan…
Konkolaachistoonnii fi Abbootiin qabeenyaa Baajaajii Laga Xaafoo Laga Daadhii Raayyaa Ittisa Biyyaaf…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Konkolaachistoonnii fi Abbootiin qabeenyaa Baajaajii bulchiinsa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaatti xiyyaarri A350-900 Dubaayiitti agarsiisaaf dhiyaate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaatti xiyyaarri A350-900 Dubaayiitti ‘Airshow’ 2021 irratti agarsiisaaf dhiyaateera.
Agarsiisa qilleensarraa kanarratti…
Hojiin uwwisa Asfaaltii sadarkaa 2ffaa proojektii daandii Addabaabayii Puushkiinii- Gootaraa…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Hojiin uwwisa Asfaaltii Proojektii daandii sadarkaa 2ffaa Addabaabayii Puushkiinii- Gootaraa hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Hojiin uwwisa Aspaaltii…
Ityoophiyaatti dhaabbileen kumni 3 fi 500 ol galma’aanii hojiirra jiru
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti dhaabbileen biyyaa alaa fi keessaa kumni 3 fi 500 ol galma’aanii hojiirra jiraachuu Ejansiin Dhaabbilee Siiviilii Hawaasa beeksiseera.…
Miseensoonni Poolisii Federaalaa nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa eeguuf halkanii fi guyyaa…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi miseensoonni Poolisii Federaalaa nageenyaa fi tasgabbii magaalaa Finfinnee eeguuf halkanii fi guyyaa hojjetaa jiraachuu ibsameera.…