Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensoonni Poolisii Federaalaa nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa eeguuf halkanii fi guyyaa…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi miseensoonni Poolisii Federaalaa nageenyaa fi tasgabbii magaalaa Finfinnee eeguuf halkanii fi guyyaa hojjetaa jiraachuu ibsameera.…
ABUT waggoottan 27 darban mirga sabaaf sablammootaa bifoota garaagaraan sarbaa ture – Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT waggoottan 27 darban sirna Feedereelaalizimii karaa sirrii hin taaneen fayyadamuun mirga sabaaf sablammootaa sarbaa turuu…
Ityoophiyaanonni Yeroo kamiyyuu caalaa tokkummaan biyyasaanii cina dhaabbachuu qabu- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) - Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa Xaaliyaanii fi Giriik jiraatan sagantaa galii walitti qabuu gaggeessaa jiraachuu ibsameera.…
Garee shorkeessaan ABUT yakka raawwatetti akka itti gaafatamuuf hawaasni Idil Addunyaa dhiibbaa…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Gabaasa Aministii Internaashinaal torban darbe baase hordofee hawaasni Idil Addunyaa yakka waraanni garee shororkeessaan ABUT naannoo Amaaraa Nifaas…
Dhiibbaan Alaa Ityoophiyaan cimtuu yoo taate Afrikaanis ni cimti Sodaa jedhurraa kan maddeedha-…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) - Dhiibbaan alaa Ityoophiyaarratti jabaachaa dhufe sodaa Ityoophiyaan yoo cimte Afrikaanis ni cimti kan jedhurraa kan madde ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka…
Siimkaardii, eeyyamni sobaa meeshaa waraanaa fi rasaasni shugguxii kaayyoo ABUT fi Shanee…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) –Siimkaardii, eeyyamni sobaa meeshaa waraanaa fi rasaasni shugguxii kaayyoo ABUT fi Shanee raawwachiisuuf oolaa ture magaalaa Finfinneetti shakkamtoota 2…
Doolaarri Ameerikaa kumni 37 fi meeshaaleen waraanaa deeggarsa ABUTtiif oluuf ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Doolaarri Ameerikaa kumni 37 fi meeshaaleen waraanaa deeggarsa ABUTtiif oluuf ture magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaattin to'atamuu Poolisiin…
Naannoon Uummattoota Kibbaa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 80 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Ummannii fi mootummaan Naannoo Uummattoota Kibbaa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 80 akaakuu fi maallaaqaan deeggarsa taasiisaniiru.
Sangantaan…
Kutaan magaalaa Araadaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 41 walitti qabe
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Kutaan Magaalaa Araadaa guyyoota saddeet keessaatti raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 41 ol walitti qabu ibseera.…
Preezdaant Uhuruu Keeniyaattaan Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Keeniyaa Uhuruu Keeniyaattan har'a Finfinnee galaniiru.
Muummeen Ministira Abiy Ahimaf fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti, Preezdaant…