Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni kutaa magaalaa Boolee aanaa 7 lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5.1 ol…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Jiraattoonni kutaa magaalaa Boolee aanaa 7 lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5.1 ol taasisaaniiru.
Deeggarsicha naannoo Amaaraatti…
Jiraattoonni godina Shawaa Kaabaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Shawaa Kaabaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisaaniiru.
Bulchaan godinicha obbo Abrahaam Gaaddisaan…
Bulchiinsi magaalichaa adda waraanaa Walloof deeggarsoota garaagaraa Birrii miiliyoona 16 olitti…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee adda waraanaa Walloof deeggarsoota Birrii miiliyoona 16 olitti tilmaamamaan laateera.
Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Naannoo Kibbaatti duultoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Mootummaan bulchiinsa naannoo Uummattoota Kibbaa duultoota birmadummaa biyyaa kabachiisuuf Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaa kabajaa taasiiseera.…
Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Samaraa galan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee lammiilee buqqa'an deeggaruuf magaalaa Samaraa galaniiru.
Aadde Adaanach wayita buufata xiyyaaraa…
Magaalaa Hoosaa’iinaatti duultoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessan taasiifame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Hoosaa'iinaatti duultoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessan kabajaa taasiifameera.
Shira garee shororkeessaa ABUT fi giddugaltummaa alaa…
Naannoon Uummattoota Kibbaa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 80 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Ummannii fi mootummaan Naannoo Uummattoota Kibbaa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 80 akaakuu fi maallaaqaan deeggarsa taasiisaniiru.
Sangantaan…
Naannoo Sidaamaatti namoonni garee shororkeessitootaa waliin hidha qabaachuun shakkamman…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti namoonni garee shororkeessitootaa waliin hidhan qabanii fi deeggarsa taasiisuun shakkaman to'atamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Magaalichatti dargaggoonni kumni 27 ol qaamolee nageenyaa waliin qindaa’uun nageenya magaalichaa…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni tola ooltonni kumni 27 ol qaamolee nageenyaa waliin qindaa’uun nageenya magaalichaa eegsisuuf hojjechaa jiraachuu…
Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 14 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo uummattoota Kibbaatti Godiinni Geede’oo Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 14 ol taasisuu ibsameera.
Godinichi sangoota 174 fi…