Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 14 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo uummattoota Kibbaatti Godiinni Geede’oo Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 14 ol taasisuu ibsameera.
Godinichi sangoota 174 fi…
Godinichi yeroo 5ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa Birrii miiliyoona 14 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibbaatti Godinni Walaayittaa yeroo 5ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa Birrii miiliyoona 14 taasiise.
Deeggarsi maallaqaa…
Haala Yeroo Ityoophiyaa fi dhiibbaa biyyoonni Lixaa taasisaa jiran ilaalchisee ibsi kenname
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Haala Yeroo Ityoophiyaa fi dhiibbaa biyyoonni Lixaa taasisaa jiran ilaalchisee ibsi laatameera.
Itti aanaan Daayreektara Ejensii Diyaaspooraa…
Poolisiin Magaalichaa sakattoo tasaa taasiseen meeshaaleen gocha shororkeessummaaf ooluuf turan…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Poolisiin Magaalaa Asoosaa sakattoo tasaa mana jireenyaa nama dhuunfaarratti gaggeesseen meeshaalee garaagaraa gocha…
Hojiin Qonnaan bultoonni oomisha isaanii kallattiin fayyadamtootaaf dhiyeessuu itti fufe
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Yuuniyeenoonnii fi waldaaleen hojii gamtaa qonnaan bultootaa Oromiyaa Oomisha isaanii kallattiin gabaa Finfinneettiif dhiheessuusaanitiin fayyadamoo ta'aa…
Ityoophiyaannonni gateettii garbummaa baatu hin qabnu – Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Nuti Ityoophiyaanonni gateettii gabrummaa baachuuf qophaa’e hin qabnu jedhan Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Qabsoon eegalle…
Hojiin oomisha gahe sassaabuu xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Biiroo Qonnaa Oromiyaa
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Oomisha sassaabbiif gahe qisaasama tokko malee sassaabuuf xiyyeeffannoo olaanaan kennamee hojjetamaa jiraachuu Itti aanaa Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa…
Ityoophiyaan Qoqqoobbii Ameerikaan Eertiriyaarra keesse balaaleeffatte
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan Qoqqoobbii Ameerikaan Eertiriyaarra keesse balaaleeffachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Qoqqoobbii Mootummaan Ameerikaa mootummaa…
Injifannoo Qindoomina qaamolee haqaa fi uummataan dhufaa jiruuf mootummaan galata dhiyeessa- Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC)- Injifannoo Qindoomina qaamolee haqaa fi uummataan dhufaa jiruuf mootummaan galata guddaa kan dhiyeessu ta’uu Ministirri Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa…
Proojektiin Boolla Bishaanii Laga Daadhii kutaa 2ffaan bara baajataa kanatti xumurama jedhame
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Proojektiin Boolla Bishaanii Laga Daadhii kutaa 2ffaan guyyaatti bishaan Meeti Kiyuubii kuma 86 oomishuu danda’u bara baajataa kanatti xumuramee tajaajila…