Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Abarraa Warquun durfamu haala facaasaa qamadii Aanaalee Mayyuu Mulluqqee fi Qumbii…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Abarraa Warquun durfamu haala facaasaan qamadii Aanaalee Mayyuu Mulluqqee fi Qumbii daawwateera.
Aanaaleen…
ABUT abbootii amantaa ajjeesuun faashistii ta’uu isaa mirkaneesse – Abbootii Amantaa…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Gareen Shororkeessaa ABUT abbootii amantii ajjeesuun Faashistii ta'uu mirkaneessuu Abbootiin amantii Naannoo Hararii ibsaniiru.
Ergamtoonni garichaa…
Raayyaa Ittisaaf Bassoo kuntaala 100 qopheessuuf sochiin eegale
Finfinnee ,Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Qideessuummaa gaazexeessitoota dubartootaa shaniin raayyaa Ittisaaf Bassoo kuntaala 100 qopheessuuf sochiin eegaleera.
Sochiin deeggarsaa galaa raayyaa…
Iddoolee gareen shororkeessitootaa weeraretti ummanni qabsoo taasiisaa jiru cimsee itti fufuu akka…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Iddoolee gareen shororkeessaa ABUT weeraretti ummanni qabsoo taasiisaa jiru cimsee itti fufuu akka qabu waamichi dhiyaateera.
Godina Walloo Kaabaa…
Bulchiinsi Aanaa Maaraqoo Birrii miiliyoona 5.7 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Godina Guraageetti Bulchiinsi Aanaa Maaraqoo Birrii miiliyoona 5.7 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuu ibsameera.
Aanichi yeroo 3ffaaf sangoota,…
Godina Booranaatti lammiilee Hongeen miidhamaniif midhaan kuntaalli kumni 36 raabsamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Godina Booranaatti lammiilee Hongeen miidhamaniif midhaan kuntaalli kumni 36 ol raabsamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi Misoomaa naannoo Oromiyaa…
Dargaggoonni kuma 2 ol ta’an dhimmoota haala waqtaawaarratti mari’achaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Waltajjii dhimmoota haala waqtaawaarratti Waajjirri Kaantibaa, Bulchiinsiif nageenyi, Komishiniin Poolisii fi Biiroon Ispoortii magaalaa Finfinnee waloon…
Maallaqa Kiraa manneen hojii Federaalaaf ba’u Birrii biiliyoona 1 ol hambisuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Mootummaan Maallaqa Kiraa manneen hojii Federaalaaf waggaan baasuu Birrii biiliyoona ol hambisuuf proojektoonni bocamanii hojjetamaa jiraachuu Ministeerri…
Alaabaan Keenya mallattoo Bilisummaa Afrikaanootaati – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Alaabaan Keenya mallattoo Bilisummaa Afrikaanootaati jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Mallattoo bilisummaa Ityoophiyaa kan ta'e halluun…
Mootummaan Ityoophiyaa nageenya biyyaa fi lammiilee eegsiisuuf tattaaffii olaanaa taasiisaa jira…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Mootummaan Ityoophiyaa dhiibbaa keessaa fi Alaa qolachuun nageenya biyyaa fi lammiilee eegsiisuuf tattaaffii olaanaa taasiisaa jiraachuu Ministirri…