Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yakkoota maqaa dhaabbilee Idil Addunyaan raawwatamuuf mootummaan obsa hin qabu – Biillanee…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) - Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Hojjettoonni koo seeraa ala hidhaman jechuun himanni dhiyeessu bu'uura kan hin qabne ta'uu Itti gaafatamtuun…
Jiraattoonni Kutaa magaalaa Lammii Kuraa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) - Jiraattoonni magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Lammii Kuraa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee buqqa'aniif deeggarsa birrii miiliyoona 35tti tilmaamamu…
Raayyaan ittisa dirqamasaa haala milkaa’een raawwachaa jira-B/J Tasfaayee Raggaasaa
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) –Raayyaa Ittisa Biyyaa adda Waraanaa Wallootti bobba’aan dirqamasaanii haala milkaa’een raawwachaa jiraachuu fi diina injifachaa akka jiran Birgaadeer…
Sagantaa ‘Oro-Fresh’ Markaatoo, Tuullu Diimtuu fi Jamootti banamuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) –Gabaan ‘Oro-Fresh’ Agamsa (Markaatoo), Tuullu Diimtuu fi Jamootti banamuu fi qophiin xumuramuu hojii gaggeessaan Waldaa Oro-fresh Dooktar Adaree Assaffaa…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Haqaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Haqaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Sagantaan arjoommii dhiiga kun marsaa 3ffaaf kan gaggeeffamee…
Rooyters labsii yeroo ariifachiisaa Ityoophiyaatti ragga’ee ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) – Rooyters labsii yeroo ariifachiisaa Ityoophiyaatti raggaasifamee ilaalchisee odeeffannoon sobaa tamsaasaa jiru dhugaarraa kan fagaate ta’uu Tajaajilli…
Nageenyaa eegsisuu cinaatti wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf hojjetamaa jira- Musxafee Mahaammad
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) - Nageenyaa eegsisuu cinaatti wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad ibsaniiru.…
Gargaaraan Proofeesaraa Ballaxaa Mollaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Biriitaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii gargaaraan Proofeesaraa Ballaxaa Mollaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Biriitaaniyaa Dooktar…
Yuunvarsiitiin Miizaan Teeppii barattoota saayinsii Fayyaan barsiisaa ture boruu ni eebbisiisa
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Miizaan Teeppii barattoota saayinsii Fayyaan barsiisaa ture barattoota 400 ol guyyaa boruu kan eebbisiisu ta’uu ibsame.
Barattoonni…
Giddugalichi beelladoota miiliyoona 12 ta’an irraa dhukkuba gandii ittisuuf hojjachaa…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) - Giddugallii Labraatoorii Eegumsaa Fayyaa Beelladaa Beddellee, godinaalee Oromiyaa 9 keessaatti beelladotw miiliyoona 12 ta'an irraa dhukkuba Gandii fi …