Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Korporeeshinichi manneen waliin jireenyaa carraan itti ba’e kuma 68 baatii 3 keessatti…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Manneenii magaalaa Finfinnee manneen waliin jireenyaa carraan itti ba'e kuma 68 baatii 3 keessatti abbootii carraaf dabarsuuf…
Rooyters labsii yeroo ariifachiisaa ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa jira-Qulqulleessa Ragaa…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Rooyters labsii yeroo ariifachiisaa ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa jira jechuun Qulqulleessi Ragaa Haala Yeroo beeksiseera.
Labsiin yeroo kun…
Qisaasama oomishaalee ga’anii hir’isuuf hojjechuun akka barbaachisu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) – Akkaataa qisaasama oomishaalee ga’anii hir’isuun danda’amuun xiyyeeffannoon kennamee hojjetamuu akka qabu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Bara oomishaa…
Kutaan Magaalichaa duula birmadummaaf Birrii Miiliyoona 7 ol walitti qabe
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa Addis Katamaa Aanaan 4 duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 7 ol walitti qabuu ibsameera.
Bulchiinsi aanichaa duula birmadummaaf…
Hoggantoonni mootummaa miseensota Raayyaa Ittisaa miidhamaniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) - Hoggantoonni mootummaa manneen hojii garaagaraarraa walitti babba'an miseensota Raayyaa Ittisaa duula birmadummaarratti miidhamaniif deeggarsa…
Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaa Ambaasaaddara…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaa Ambaasaaddara Saa'uud Arabiyaa Saamii Jamaal Waajjira isaaniitti simachuun…
Sosochii dubartootaa cimaa uumuun nageenya biyyaa mirkaneessuuf ga’ee olaanaa qabaachuu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Waltajjiin sosochii fi ijaarrama dubartootaa naannoo Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
kaayyoon waltajjichaa haala qabatamaa biyyaarratti…
Qonnaan bultoonni Aanaa Fadiisi Bishingaa sanyii filatamaa kilaasteraan oomishaan abdii nutti…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Qonnaan bultoonni godina Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti Bishingaa sanyii filatamaa kilaasteraan oomishuun abdii nutti horeera jedhan
Aanaa Fadisitti…
Jiraattoonni godina Omoo Lixaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shanee balaaleffataan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Omoo Lixaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shanee magaalaa Jamuutti hiriira ba’uun balaaleffataaniiru.
Jiraattoonni kunneen dhiibbaa…
Magaalaa Asallaatti dhaabbilee daldalaa seeraan ala hojii daldalaa gaggeessan 240 irratti tarkaanfii…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) – Magaalaa Asallaatti dhaabbilee daldalaa seeraan ala hojii daldalaa gaggeessan 240 irratti tarkaanfii fudhamuu Waajjirri Daldalaa fi Misooma Gabaa…