Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Niwuuzlaand Marii dhimma hidha haaromsaa Gamtaa Afrikaan taasifamu kan deeggartu ta’uu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Niwuuzlaand Marii hidha haaromsaa qindeessummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamu bu’aa argamsiisa jettee kan amantu ta’uu Ityoophiyaa fi Gamtaa Afrikaatti…
Magaalaa Boongaatti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessitootaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) – Godina Kafaa Magaalaa Boongaatti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shanee gaggeeffameera.
Hiriira kanarratti jiraattoonni…
Magaalichatti dhiibban sabarratti xiyyeeffate hin jiru jedhame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhiibban sabarratti xiyyeeffate jira jechuun ololli tamsa'u dhugaarraa kan fagaate ta'uu Biiroon Kominikeeshinii magaalichaa…
Aanaa Maannaa mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Biiliiddaatti barattuun qormaatarra turte Ilma dhiiraa…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Maannaa mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Biiliiddaatti barattuu Luulaa Yesuuf qormaatarra wayita turtetti Ilma dhiiraa nagaan oofkaluu…
Qormaanni biyyaalesaa kutaa 12ffaa 2013 karaa nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Qormaanni biyyaalesaa kutaa 12ffaa 2013 karaa nagaan xumuramuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa beeksiseera.
Barattoota qormaata biyyaaleessaa kutaa…
Magaalichatti kireessitoonni ragaa guutuu kireeffattootaa galmeessuu akka qaban Poolisiin hubachiise
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti kireessitoonni manneen jireenyaa ragaa guutuu kireeffattootaa galmeessuu akka qaban Poolisiin hubachiiseera.
Magaalichatti…
Naannoo Somaalee iddoowwan hongeen itti muudateef kan ooluu Birriin miiliyoonni 200 ol ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Naannoo Somaalee iddoowwan hongeen itti muudateef deebii aarifachiisaa laachuu fi deeggarsa barbaachisaa taasisuuf kan ooluu Birriin miiliyoona 20 ol…
Naannoo Kibbaatti yeroon galmeessa meeshaalee waraanaa torbee tokkoof dheerate
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Naannoo Kibbaatti yeroon galmeessa meeshaalee waraanaa yeroo dhumaaf torbee tokkoof dheerachuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa naannichaa beeksiiseera.…
Ityoophiyaarratti oduuwwan maddoonni isaanii fudhatama hin qabne hojjetamaa jiru-Ihaam Aliiv
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Ityoophiyaarratti oduuwwan maddoonni isaanii fudhatama hin qabne hojjetamaa jiru jechuun Preezdaantiin Azaarbaajaan Ihaam Aliiv ibsaniiru.
Preezdaantichi…
Kurmaana jalqabaatti bu’uuraaleen misoomaa fi humni Birrii miiliyoona 6 olitti tilmaamamu hatamuu…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Kurmaana jalqabaa bara 2014 keessa bu’uuraaleen misoomaa fi humni Birrii miiliyoona 6.7 olitti tilmaamamu hatamuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa…