Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan rakkoo kamuu keessa jiraattus Badhaadhina ishee mirkaneessuuf duubatti hin deebitu –…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan rakkoo kamuu keessa jiraattus Badhaadhinaa fi misooma ishee mirkaneessuuf duubatti hin deebitu jedhan Ministirri Ministeera Pilaanii fi…
ABUT gareen shiraan dhalatee, sobaan guddate diina Ityoophiyaati – Obbo Umood Ujuluu
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT garee shiraan dhalatee, sobaan guddate diina Ityoophiyaa fi Ummata isheeti jedhan Preezdaantiin Naannoo Gaambeellaa obbo Umood…
Magaalaa Finfinneetti Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa guyyoota 4f kennamaa ture karaa nagaan xumuramuu ibsameera.
Barattoota qormaaticha fudhachuuf…
Jirattoonni godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa misooma keenya hojjechaa biyya keenya eegna jedhan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Jirattoonni godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa misooma keenya hojjechaa biyya keenya egna jedhaniiru.
Godina Arsiitti jiraattoonni Aanaa Zuwaay Dugdaa…
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa isaa jijjiire
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa isaa har’arraa kaasee jijjiiruu beeksiseera.
Asxaan Ministeerichaa duraanii har’arra eegalee Asxaa haaraan…
Yeroo ammaa Ityoophiyaa ishee guddoo ijaaruuf hojjechaa jirra – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Haala hin taaneen iccitii biyyaa akka diinni argatu taasiisuun sirrii miti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Lolli yeroo ammaa qabnu lola…
Miidiyaaleen idil addunyaa duula sobaa gaggeessaaniin kan yaadan hin milkoofnee-Ministeera Dhimma…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Miidiyaaleen idil addunyaa duula sobaa gaggeessaaniin kan yaadan hin milkoofnee jechuun Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin…
Mariin Addis Wag Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Mariin Addis Wag ‘Waamicha birmadummaa biyyaa fi hirmaannaa biyya baraaruu’ mata duree jedhuun Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira jedhame.…
Manni Maree Diyaaspooraa duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf aarsaa kaffaluuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Manni Maree Diyaaspooraa duula olaantummaa seeraa kabachiisuf aarsaa kaffaluuf qophii ta’uu beeksiseera.
Dhibbaa alaa fi keessaa Ityoophiyaarra ga’aa…
Namoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisan shakkamtoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuuf socha’aa turan to’atamuu Poolisiin beeksiise.…