Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisan shakkamtoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuuf socha’aa turan to’atamuu Poolisiin beeksiise.…
Qaamoleen tokko tokko sagalee keenya nurraa butuuf yaala jiru-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)-Qaamoleen tokko tokkoo sagalee keenya nurraa butuuf yaalaniis, kabajaa fi tokkummaa keenyaa Ityoophiyaamuummaarratti hundaa’ee yomiiyyuu xuquu hin…
Ajejni labsii yeroo Ariifachiisaa haala raawwii hanga ammaatti jiru gamaaggamuun ibsa baaseera
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) –Ajejni labsii yeroo Ariifachiisaa haala raawwii labsichaa hanga ammaatti jiru gamaaggamuun ibsa laateera.
Ajejichi waamicha biyyaalessaa dhiyaate…
Naannichatti shakkamtoonni garee shorokeessaa ABUT fi Shanee waliin hidhata qabaachuun shakkaman …
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti shakkamtoonni garee shorokeessaa ABUT fi Shanee waliin hidhata qabaachuun shakkamanii fi qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaarra darban…
Shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa ABUT raawwachiisu jedhamuun shakkaman kuma 10 ol to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaan walqabatee shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa ABUT raawwachiisuuf…
Gocha gara jabinaa garee shororkeessaa ABUT Aministii Internaashinaal ifoomse dhalli namaa hundi…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Gocha gara jabinaa garee shororkeessaa ABUT Aministii Internaashinaal ifoomse dhalli namaa hundi balaaleffachuu akka qabu Tajaajilli Koominikeeshinii…
Israa’el godaantota Ityoophiyaa yakka waraanaatiin shakkaman dabarsitee laachuuf waadaa galte
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Israa’el godaantota Ityoophiyaa yakka waraanaa raawwachuun shakkaman Ityoophiyaaf dabarsitee laachuuf waadaa galuu ibsameera.
Israa’el ejjennoo kana kan…
Tokkummaan dhaabbannee Injifannoo seenaa qabeessa ni hojjenna – MMW Paartilee Siyaasaa…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Manni Maree waloo Paartilee siyaasaa Naannoo Sidaama dhimmoota haala naannoo fi biyyaalessaarratti mari’achuun ibsa ejjennoo baaseera.
Duula…
Magaalichatti rakkoo addaan ciccituu human elektirikaa furuuf hojiin deebisanii ijaaruu hojjetamaa…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee fi naannawaasheetti rakkoo addaan ciccituu humna elektirikaa furuuf proojektiin deebisanii ijaaruu fi dandeettii guddisuu Doolaara…
Godina Arsiitti lafa Hektaara kuma 30 ol jallisii boneen misoomsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Godina Arsii aanaalee garaagaraatti lafa hektaara kuma 30 fi 600 ol qonna jallisii booneen misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa…