Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti rakkoo addaan ciccituu human elektirikaa furuuf hojiin deebisanii ijaaruu hojjetamaa…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee fi naannawaasheetti rakkoo addaan ciccituu humna elektirikaa furuuf proojektiin deebisanii ijaaruu fi dandeettii guddisuu Doolaara…
Godina Arsiitti lafa Hektaara kuma 30 ol jallisii boneen misoomsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Godina Arsii aanaalee garaagaraatti lafa hektaara kuma 30 fi 600 ol qonna jallisii booneen misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa…
Godinni saba Majaang Lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii Miiliyoona…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti godinni saba Majaang Lammiilee sabababa waraanaan qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii godina Shawaa Kaabaatti argamaniif…
Obbo Oordiin Badiriin adeemsa kenniinsa qormaata kutaa 12ffaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin buufataalee qormaanni itti laatamutti argamuun adeemsa kenniinsa qormaata kutaa 12ffaa daawwataniiru.…
Gabaasni qorannoo walitti bu’iinsa Tigraay irratti gaggeeffame akka Idil Addunyaatti fudhatama…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) - Gabaasni qorannoo waloo Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi Waajjira olaanaa Komishinii mirga namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin …
Abbootiin qabeenyaa magaalaa Dirree Dawaa Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruuf waadaa galan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa Raayyaa Ittisaa deeggaruuf waadaa galaniiru.
Abbootiin qabeenyaa magaalichaa marsaa duraan Birrii…
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Armeeniyaa daawwannaa hojiif Dirree Dawaa galan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) - Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Armeeniyaa Arteem Aznaawuriiyaan daawwannaa hojiif Dirree Dawaa galaniiru.
Ambaasaaddar Arteem Aznaawuriiyaan wayita…
Jiraattoonni godina Qellem Wallaggaa hiriira balaaleffannaa garee shoroorkessaa ABUT fi Shanee…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Qellem Wallaggaa hiriira deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa fi balaaleffannaa garee shoroorkessaa ABUT fi Shanee bahaaniiru.…
Yaadni murtoo miseensota koree gorsituu dhimmoota mana maree moggaasuuf dhiyaate ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee har’a gaggeesseen yaada murtoo miseensota koree gorsituu dhimmoota mana maree miseensota 11 of…
Magaalichatti galmeessi meeshaalee waraanaa hanga sadaasa 3, 2014tti akka itti fufu murtaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Galmeessi meeshaalee waraanaa hanga sadaasa 3, 2014tti kan itti fufu ta’uu Koomishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Jiraataan magaalichaa…