Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti galmeessi meeshaalee waraanaa hanga sadaasa 3, 2014tti akka itti fufu murtaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Galmeessi meeshaalee waraanaa hanga sadaasa 3, 2014tti kan itti fufu ta’uu Koomishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Jiraataan magaalichaa…
Aadde Adaanach Abeebee qaamolee biyya baraaruuf waamicha dhiyaateef deebii laatan galateeffatan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee sagantaa galii walitti qabuu Ityoophiyaa baraaruuf gaggeeffameef qaamolee deeggarsa taasisaan…
Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii biiliyoonni 1.5 ol walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC) - Sagantaa Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf gagggeeffameen Birrii biiliyoonni 1.5 ol walitti qabameera.
Raayyaa ittisa biyyaa deeggaruu kaleessa…
Duula birmadummaa biyyarratti hirmaachuuf qophoofnerra-Miseensota Humna Qilleensaa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Mootummaan gaaffii keenya yeroo dheeraa waan nuu fudhateef duula birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf taasifamurratti hirmmaachuuf qophii ta’uu…
Hordoffii hojiirra oolmaa Labsichaan shakkamtoonni 237 to’atamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Naannoo uummattoota kibbaatti hordoffii cimaa qaamolee nageenyaa waliin taasifameen shakkamtoonni 237 to’atamuu koomishiniin poolisii naannoo…
Ityoophiyaan qormaatilee ishee mudatan dabartee nageenya ishee mirkaneessuuf dandeettii…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanonni
garaagarummaa isaan gidduu jiru hiikuun nageenya biyya isaanii mirkaneessuun gara tasgabbii ishee kanaan duraatti ni deebisu…
Godina Geedi’ootti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Naannoo uummattoota Kibbaa godina Geedi’oo magaalaa Yirgaa Caffeetti hiriirri gareewwan shororkeessitootaa ABUT fi Shanee balaaleffatu gaggeeffameera.…
Mootummaan michuuwwan Ityoophiyaa waliin hojjechuuf qophiidha-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Daandii Diimokiraasii kan filatee Mootummaan Ityoophiyaa qormaatilee yeroo hambisuu fi imaala jijjiirramaa eegaleerratti michuuwwan Ityoophiyaa waliin…
Godinni Silxee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 13 ol taasise
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Naannoo uummattoota Kibbaatti godinni Silxee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 13 fi kuma dhibba 1tti timaamamu taasisuu ibsameera.…
Bulchiinsi magaalichaa raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaa Wallootti argamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaa Wallootti argamaniif deeggarsa gosa garagaraa Birrii Miiliyoona 20 olitti tilmaamamu…