Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 1 fi…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 1 miiliyoona 40 ol taasisuu…
Aadde Muufariyaat Kaamiil Baankii Addunyaatti Daayreektara Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Minisirri Ministeera Hojii fi Kalaqaa aadde Muufariyaat Kaamiil Baankii Addunyaatti Daayreektara Ityoophiyaa Uusmaan Diiyoon waliin mari’ataniiru.…
Hojii cimaa saaybari ittisuuf hojjetameen haleellaa hedduu biyyattirratti yaalame fashalaa’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Hojii cimaa saaybari ittisuuf hojjetameen haleellaa hedduu biyyattirratti yaalame fashalaa’uu ibsameera.
Ityoophiyaattii baatiin nageenyaa saaybari…
Hiriirichi Ityoophiyaanonni dhiibbaa kamiifuu kan hin jilbeeffanne ta’uu itti argisiisanidha-…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Hiriirri nagaa kutaawwan biyyattii garaagaraa keessatti gaggeeffame Ityoophiyaanonni dhiibbaa Idil Addunyaa kamiifuu kan hin jilbeeffanne ta’uusaanii…
Hojiiwwan Raayyaa Ittisa Biyyaa humna namaan cimsuuf hojjetaman irratti hooggansi xiyyeeffannoo…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Hojiiwwan Raayyaa Ittisa Biyyaa humna namaan cimsuuf hojjetaman irratti hooggansi xiyyeeffannoo kennuu akka qabu hoogganaan Waajjira Paartii…
Manni Marichaa guyyaa boruu walga’ii Idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa ni gaggeessa
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu kan gaggeessu ta’uu beeksiseera.
Walga’chaan…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa guyyaa har’aa eegale karaa nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2013 guyyaa har’aa eegale karaa nagaan xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Haala…
MM Abiy Ahimad deeggarsa Siwiidiin imala jijjiirama Ityoophiyaaf taasiftuuf galateeffatan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad deeggarsa Siwiidiin imala jijjiirama Ityoophiyaaf taasiftuuf galateeffataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Raayyaan Ittisa Biyyaa guyyaa har’aa buufataalee garee shororkeessaa lama haleele
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa guyyaa har’aa buufataalee garee shororkeessaa lama xiyyaaraan haleeluu ibsameera.
Ibsa tajaajilli Kominikeeshinii Faanaa…
Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii lammiilee buqqa’aniif deeggarsa nyaataa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii lammiilee buqqa’anii deeggarsa nyaataa fi kanneen biroo taasiseera.
Dhaabbatichi Ityoophiyaatti lammiilee…