Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii lammiilee buqqa’aniif deeggarsa nyaataa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii lammiilee buqqa’anii deeggarsa nyaataa fi kanneen biroo taasiseera.
Dhaabbatichi Ityoophiyaatti lammiilee…
Ijaarsa malee kaayyoon galma gahuu fi abjuun dhugoomu hin jiru-MNO
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) –Ibsa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irraa Kenname
Nageenya Waloo Gaachana Sirnaan, Misooma Waloo Kenna Tajaajila Lammummaan Mirkaneessina.…
Gareen shororkeessaa ABUT hanga dhabamsiifamutti dargaggoonni Raayyaa Ittisa Biyyaaf gaachana ta’uu…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT hanga dhabamsiifamutti dargaggoonni Raayyaa Ittisa Biyyaaf gaachana ta’uu itti fufuu akka qaban paartileen siyaasaa naannoo…
Tokkummaa keenya cimsuun shira gareewwan ABUT fi Shanee ni fashaleessina-Jiraattoota Godina Goofaa
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) –Jiraattoonni Godina Goofaa gareewwan shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffachuun akkasumas raayyaa ittisa biyyaa deeggaruun hiriira ba’aniiru.…
Jiraattonni aanaa addaa Baaskeettoo garee shororkeessitoota ABUT fi Shanee balaaleffatan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibbaatti Jiraattonni aanaa addaa Baaskeettoo magaalaa Laaskaatti hiriira garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffatu…
Komishinichi naannoo Afaaritti Lammiilee balaa garaagaraan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Komishiniin Gumurukaa naannoo Afaaritti Lammiilee balaa nam- tolchee fi uumamaan miidhamanii fi qaamolee nageenyaa naannichaa meeshaalee…
Yuunvarsiitiin Amboo fi Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa Godina Booranaatti…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Amboo fi Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa Godina Booranatti horsiisee Bultoota sababa hongeen miidhamaniif…
Awwaala ABUT fi Shanee gadi fageessuuf tokkummaan kaaneerra – Obbo Daassitaa Leeddaamoo
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Awwaala ABUT fi Shanee gadi fageessuuf tokkummaan kaaneerra jedhan Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Daassitaa Leeddaamoon.
Jiraattonni magaalaa…
Yuunvarsiitiin Boongaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 15 olii taasise
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Boongaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii miiliyoona 15 olii fi Sangoota 30 deeggarsa taasisuu ibsameera.
Deeggarsicha Preezdaantiin…
Gumiin Balal marsaa 15ffaa Mata duree “Qabsoo Oromoo fi weerara humna shoroorkeessaa ABUT …
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Gumiin Balal marsaa 15ffaa Mata duree "Qabsoo Oromoo fi weerara humna shoroorkeessaa ABUT jedhuun gaggeefamaa jira.
Baroota darbanittii gaaffiin…