Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muuxannoo qabnuun biyya keenya tajaajiluuf murteessineerra – Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Garee shororkeessaa ABUT barbadeessuuf muuxannoo qabaniin biyya isaanii tajaajiluuf murteessuu miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii ibsan.…
Aadde Adaanachii fi Proofeesar Birhaanuun adeemsa kenniinsa qormaata kutaa 12ffaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) –Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birhaanuu Naggaa waliin adeemsa kenniinsa qormaata…
Magaalaa Hawaasaatti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa Istaadiyeemii Idil Addunyaa Hawaasaatti jiraattonni magaalichaa fi naannawaashee hiriira balaaleffannaa garee…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa barbaachisaa nan taasisaa jedhe
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Raayyaa ittisa biyyaa birmaddummaa biyyaaf aarsaa kaffalaa jiruuf deeggarsa barbaachisaa akka taasisuu ta’uu Kantiibaan…
Miira injifannoof fuulduratti imaluun Injifannoo Ityoophiyaa ni labsina– MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Miira injifannoof fuulduratti imaluun Injifannoo Ityoophiyaan ni labsina jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Yeroo itti raafamnutti utuu…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2013 kennamaa jira.
Barattoonni miira tasgabbii fi namuusa gaariin qormaata isaanii akka…
Naannoo Hararitti Onkololeessa 29, 2014 eegalee dhorkamoota hojiira oolmaa labsii yeroo…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Ajeejni Qajeelcha labsii yeroo ariifachiisaa naannoo Hararii ibsa laateera.
Qajeelfamni sadarkaa federaalaa darbu akkuma jirutti ta'ee naannoo…
Ummanni dubbateera hawaasni idil addunyaa dhaggeeffachuu qaba – Tajaajila Kominikeeshinii…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Ummanni dhugaa jiru dubbateera hawaasni idil addunyaa dhaggeeffachuu akka qabu Tajaajilli Kominiikeeshinii Mootummaa ibseera.
Tibbana naannolee…
Haalli Ityoophiyaa keessa jiruu fi gabaasni miidiyaalee biyyoota lixaa gargar ta’uu lammiileen…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Haalli qabatamaa Ityoophiyaa keessa jiruu fi gabaasni miidiyaaleen alaa dhiyeessaan faallaa walii ta'uu lammiileen Ameerikaa daawwannaaf Ityoophiyaa…
Naannoo Amaaraatti lammiilee miidhamaniif deeggarsa dhiyeessuuf ni hojjetama – Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Naannoo Amaaraatti lammiilee miidhamaniif deeggarsa dhiyeessuuf kan hojjetamu ta'uu Ityoophiyaatti Daayreektarri deeggarsa namoomaa Dhaabbata…