Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu jiraattoota aanaalee Shaallaa fi Siraaroof deeggarsa taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu jiraattoota aanaalee Shaallaa fi Siraarootti namoota hanqina midhaa nyaataa qabaniif midhaan nyaataa deeggare.…
Jiraattoonni Shawaa Kaabaa hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessitootaa fi deeggarsa Raayyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Jiraattoonni Godina Shawaa Kaabaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee Shororkeessitootaa gaggeessaniiru.
Jiraattonni…
Jiraattoonni Gujii Lixaa hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessitootaa fi deeggarsa Raayyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Jiraattoonni Godina Gujii Lixaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee Shororkeessitootaa gaggeessaniiru.
Hiriirri kun mata…
Birmadummaa biyyaarratti qaama kaamiiniyyuu hin mari’annu – Jiraattoota magaalaa Aarbaa…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Jiraattoonni magaalaa Aarbaa Minci hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee Shororkeessitootaa gaggeessaniiru.
Birmadummaa…
Dooktar Yiliqaal hoggantoota olaanoo sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan hoggantoota olaanoo sagantaa nyaata addunyaa waliin mari'ataniiru.
Weerara gareen…
Hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi shanee magaalaa Finfinneetti gaggeeffame nagaan…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi shanee magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffame karaa nagaan xumuramuu Komishiniin…
Godina Harargee Lixaa magaalaa Cirootti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi shanee…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti hiriirri balaaleffaannaa garee shororkeessitoota ABUT fi Shanee aanaalee fi magaaloota hunda hirmaachise magaalaa Cirootti…
Harargee Bahaa aanaa Goorooguutuutti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Goorooguutuutti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa gaggeeffameera.…
Tokkummaan yoo dhaabbanne waa hunda injifachuu ni dandeenya – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Tokkummaan yoo dhaabbanne waa hunda injifachuu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Tokkummaan keenyaa miidhagina keenya…
Nama dhuunfaa ta’uurra maatii ta’uu, maatii ta’uurra Uummata ta’uu, Uummata…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Nama dhuunfaa ta'uurra maatii ta'uu, maatii ta'uurra Uummata ta'uu, Uummata ta'urra biyya ta'uutu caala jedhan Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…