Browsing Category
Oduu biyya keessaa
ABUT haleellaa eenyummaarratti bu’uurafatee fi gochoota sarbama mirga namoomaa biroo…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT haleellaa eenyummaarratti bu'uurafatee fi gochoota sarbama mirga namoomaa suukkaneessaa biroo raawwachuu gabaasni…
Magaalota naannoo Oromiyaatti Onkololeessa 24,guyyaa haleellaan Raayyaa Ittisaa raawwate yaadatan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) - Magaalaa Shashamannee, Baatuu fi Jimmaatti Onkololeessa 24,guyyaa gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa Raayyaa Ittisaa raawwate yaadataniiru.…
Irree gamtoomee fi yaada tokkoomeen diinota keenya awwaalla! – BMNO
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisee Ibsa kenneerra.
Irree gamtoomeefi yaada tokkoomeen diinota keenya awwaalla! jedha…
Magaalaan Finfinneen tajaajila waraqaa eenyumma haaraa laachuu adda kute
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee nageenya ummataaf jecha guyyaa har’aa eegalee tajaajila waraqaa eenyummaa haaraa laachuu adda kutuu…
Ameerikaan ‘AGOA’ ilaalchisee murtee dabarsite irra deebitee ilaaluu akka qabdu mootummaan…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Mootummaan Ameerikaa carraa fayyadamummaa daldala ashuurrarraa bilisaa Ameerikaa Ityoophiyaa dhorkuuf murtoo dabarse irra deebi’ee ilaaluu akka…
Ityoophiyaa fi Deenmaark dhiyeessii Bishaanii fi Inarjirratti waliin hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittifaa Ityoophiyaa, Jiibuutii, Sudaan Kibbaa fi Sudaaniitti Ambaasaaddara…
Sudaan Kibbaa hariiroo damee Ayveeshinii Ityoophiyaa waliin qabdu kan cimsitu ta’uu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahiddiin Ministira Ministeera Geejjibaa Sudaan Kibbaa waliin dhimmoota waloorratti…
Dooktar Fitsum Asaffaan itti gaafatamtoota Ejansii Misoomaa fi Tumsaa Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Ministirri ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan itti gaafatamtoota Ejansii Misoomaa fi Tumsaa Turkii waliin…
Naannoo Harariitti namoonni dhuunfaan meeshaa waraanaa qaban akka galmeessan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) - Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenya Naannoo Hararii haala yeroo biyyaa ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa kenneera.
Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi…
Naannoon Kibbaa Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa waliin walharkaa fuudhinsa aangoo taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) - Naannoon Kibbaa Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa waliin walharkaa fuudhinsa aangoo taasiiseera.
Manni Maree Naannoo Kibbaa yaa’ii…