Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Labsiin yeroo ariifachiisaa qophaa’e boru Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf ni dhiyaata
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Labsiin yeroo ariifachiisaa Mana Maree Ministirootaan qophaa’e boru Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf ni dhiyaata jedhame.
Manni…
Jiraattoonni naannoo Afaar meeshaalee waraanaa qaban kamiiyyuu qabachuun akka duulan waamichi…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Jiraattoonni naannoo Afaar meeshaalee waraanaa qaban kamiiyyuu hidhachuun humna addaa naannichaa fi Raayyaa Ittisaa cinaa akka dhaabbatan…
Hongee Godina Booranaatti muudateen hanga ammaatti Beelladoonni kumni 33 ol du’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Godina Booranaatti hongee muudateen hanga ammaatti Beelladoonni kumni 33 du’uu fi kumni 64 ol immoo harka namaan kaafamaa jiraachuu Waajjirri…
Dhaabbileen garaagaraa Onkololeessa 24 guyyaa Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaarratti…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Dhaabbileen garaagaraa Onkololeessa 24 guyyaa gareen shororkeessaa ABUT Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaarratti haleellaa raawwate waggaa…
Naannoleetti Onkololeessi 24 guyyaa Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabarratti raawwatame…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Naannoleetti Onkololeessi 24 guyyaa Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabarratti raawwatame waggaa 1ffaan yaadatameera.
Naannoo…
Hojjettoonni FBC Onkololeessa 24 guyyaa Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaarratti raawwatame…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Faanaa Broodkaasting Korporeet Onkololeessa 24 guyyaa gareen Shororkeessaa ABUT Raayyaa Ittisaa Biyyaa Ajeja Kaabaarratti…
Humni Qilleensaa Ityoophiyaa giddugala Leenjii garee shororkeessaa ABUT Adiibukiraay haleele
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa giddugala Leenjii garee shororkeessaa ABUT naannoo Adihagaraayitti argamu Adiibukiraay haleeluu Tajaajilli…
Injifannoo Ityoophiyaatiif halkanii fi guyyaa yeroo itti hojjannuudha –Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Injifannoo Ityoophiyaatiif halkanii fi guyyaa yeroo itti hojjannuudha Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.…
Manni Maree Naannoo Kibbaa yaa’ii ariifachisaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Kibbaa yaa’ii ariifachisaa 1ffaa marsaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan wixinee qaboo…
Ityoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf qaamni hundi qooda isaa ba’uu qaba – MM Abiy…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) - Ityoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf tokkoon tokkoo lammiilee Ityoophiyaa anis raayyaa Ittisaati jechuun qooda isaa ba’uu akka qabu…